Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ministira Dhimma Alaa Hind waliin mari’atan Sifen Megersa Aug 27, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2013 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makoonniin Ministira Dhimma Alaa Hindii Dooktar Suubraamaaniyaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad preezdaant Saalvaa Kiir waliin mari’atan Obse Wakgari Aug 26, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Preezdaantii Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir waliin mari’ataniiru. Preezdaantiin Sudaan Kibbaa Saalvaa…
Oduu biyya keessaa Jilli preezdaant Shimallis Abdiisaa fi Dooktar Girmaa Amanteen durfamu qonna ganna garaagaraa aanaa… Obse Wakgari Aug 26, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2013 (FBC)- Jilli preezdaant Shimallis Abdiisaa fi Dooktar Girmaa Amanteen durfamu qonna ganna garaagaraa aanaa Adaamii Tulluu daawwateeera. Jilli Preezdaantii…
Oduu biyya keessaa Hojiiwwan deeggarsa nageenyaa fi tasgabbii Ityoophiyaa karaa balaarra hin buusneen raawwatamu… Obse Wakgari Aug 26, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2013 (FBC)- Hojiiwwan deeggarsa nageenyaa fi tasgabbii Ityoophiyaa karaa balaarra hin buusneen raawwatamu akka qabu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiseera. Dubbi…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saalvaa Kiir Maayariidiit daawwannaa hojiif Finfinnee galan Obse Wakgari Aug 26, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir Maayariidiit daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru. Preezdaantiichi wayita buufata Xiyyaaraa Boolee Idil…
Oduu biyya keessaa Chaayinaan Ityoophiyaan birmadummaa fi walabummaa ishee eeguuf tattaaffii taasiftuu akka deeggartu… Obse Wakgari Aug 26, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2013 (FBC)- Chaayinaan Ityoophiyaan birmadummaa fi walabummaa ishee eeguuf tattaaffii taasiftuu akka deeggartu Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaa Yaan Yzoo…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Mokkonniin dhaabbileen idil addunyaa deeggarsa namoomaa taasisaa jiran bifa… Obse Wakgari Aug 25, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC)- Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimmaa Alaa obbo Dammaqaa Makoonni Obbo Dammaqaan Mokkonniin dhaabbilee idil addunyaa deeggarsa…
Oduu biyya keessaa Miseensoota raayyaa ittisa garee shororkeessaa ABUT’f hojjechaa turaan irratti murtoon balleessummAa… Obse Wakgari Aug 25, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC)- Manni murtii Raayyaa Ittisa Biyyaa Ajajaa Kibbaa miseensoota Raayyaa Ittisa Biyyaa miseensa ajajichaa ta’anii garee ABUT ’fhojjachaa turan irratti murtoo…
Biiznasii Rakkoon qaala’iinsa gatii nam tolchee fi shira diinagdeen kan xaxameedha – Aadde Caaltuu… Sifen Megersa Aug 25, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC) – Jilli Koree Tasgabbii Gabaa Oromiyaa Aadde Caaltuu Saaniin durfamuu Hojiilee Tasgabbii Gabaa akka Magaalaa Adaamaatti hojjetamaa jiru…
Oduu biyya keessaa ABUT Baankii Daldala damee Nifaas Maawucaatti argamu saamuun waardiyyaa baankicha ajjeese deemeera Obse Wakgari Aug 25, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC)- Gareen shororkeessaa ABUT Baankii Daldala Ityoophiyaa damee Nifaas Maawucaatti argamu saamuu fi barabadeessuun waardiyyaa baankichaa ajjeese deemeera.…