Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach hawaasa daldalaa waliin mari’atan Sifen Megersa Aug 21, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 15, 2013 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee qaala’iinsa jireenyaa ilaachisee hawaasa daldalaa waliin mari’atan. Sababa…
Oduu biyya keessaa Namoonni ergama shanee fudhachuun socho’aa turan 22 to’annoo jala oolan Sifen Megersa Aug 21, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 15, 2013 (FBC) – Aanaalee ollaa Naannoo Oromiyaa fi Sidaamaatti namoonni ergama shanee fudhachuun socho’aa turan 22 to’annoo jala ooluu Biiroon Bulchiinsaa fi Nageenyaa…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen miidiyaa Lixaa tokko tokkoo haalli naannoo Tigraay ittin gabaasaan itti gaafatamuummaan… Obse Wakgari Aug 20, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2013 (FBC)-Haala olaantummaa seeraa kabachiisuu naannoo Tigraay wal qabsiisee dhaabbilee miidiyaa lixaa tokko tokkoo haalliitti gabaasaan itti gaafatamuummaan…
Oduu biyya keessaa Humni diinaa garee shoroorkeessaa olaanaa Tsaadiqaan G/Tinsaa’een durfamu raayyaa ittisa biyyaan… Obse Wakgari Aug 20, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2013 (FBC)- Humni diinaa garee shoroorkeessaa olaanaa Tsaadiqaan G/Tinsaa’een durfamu raayyaa ittisa biyyaa Walloo Kaabaarratti bobba’een rukutameera. Yeroo amma…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad eegdoota Ityoophiyaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa agarsiisan galateeffatan Obse Wakgari Aug 20, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2013 (FBC)- Muummen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad kutaa biyyatti hundaatti eegdoota Ityoophiyaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa agarsiisan galateeffataniiru.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Afrikaanoota wayita rakkoo Ityoophiyaa cinaa dhaabbatan galateeffatan Sifen Megersa Aug 19, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Afrikaanoota wayita rakkoo Ityoophiyaa cinaa dhaabbatan hunda galateeffataniiru. Obboleeyyaan,…
Oduu biyya keessaa Michummaan garee Shororkeessaa ABUT waliinii maqaa ABOn lallabame Adda Bilisummaa Oromoo hin… Obse Wakgari Aug 19, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2013 (FBC)-Michummaan garee Shororkeessaa ABUT waliinii maqaa ABOn lallabame Adda Bilisummaa Oromoo hin ilaallatu jedhameera. Ibsa Adda Bilisummaa Oromoorra…
Oduu biyya keessaa Daawwannaa Muummeen Ministiraa Turkitti taasiisaniin waliigalteen 4 mallattaa’uu ibsame Sifen Megersa Aug 19, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2013 (FBC) - Daawwannaa Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Turkitti taasiisanii Ityoophiyaa fi Turki gidduutti waliigalteen 4 mallattaa’uu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Daawwannaan Muummee Ministiraa Turkitti taasiisan bu’aa qabeessa ture – Ministeera Alaa Sifen Megersa Aug 19, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2013 (FBC) - Daawwannaan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Turkitti taasiisan bu’aa qabeessa kan ture ta’uu Ministeera Dhimma Alaa beeksiise.…
Oduu biyya keessaa Mootummaa naannoo Oromiyaa hiriira balaaleffannaa ABO Shanee magaalota garaagaraa keessatti… Sifen Megersa Aug 18, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2013 (FBC) – Bulchiinsi mootummaa naannoo Oromiyaa hiriira balaaleffannaa gurmuu shororkeessaa ABO Shanee kaka’umsa ummataatiin qophaa’ee guyyaa har’aa magaalotaa fi…