Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad magaalaa Hawaasaa galan Obse Wakgari Mar 12, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2013 (FBC)- Muummee Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad magaalaa Hawaasaa galaniiru. Dooktar Abiy wayita Hawaasaa ga'aan hoggantoonnii fi jiraattoonni…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan gita isaanii Fiinlaand waliin mari’atan Obse Wakgari Mar 12, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2013 (FBC)- Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Fiinlaand Peekaa…
Oduu biyya keessaa Humna aduurraa anniisaa meegaa waattii 500 maddisiisuuf waliigalteen mallattaa’e Obse Wakgari Mar 12, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2013 (FBC)-Ityoophiyaatti humna aduurraa anniisaa meegaa waattii 500 maddisiisuuf waliigalteen mallattaa’eera. Waliigaltichi Muummeen Ministiraa…
Oduu biyya keessaa Miidhaa kanaan dura gama siyaasaa, diinagdee fi hawaasummaan qonnaan bultootarra ga’aa ture… Sifen Megersa Mar 12, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2013 (FBC) –Godina Addaa Oromiyaa naannawwaa Finfinneetti qonnaan bultoota adda duree, dubartoota fi dargaggoota waldaa mana jireenyaan gurma’anii sagantaan…
Oduu biyya keessaa Ijaarsa Mana Barnootaa Addaa Proojaktii Qindaa’aa Gumaata Caffee Tumaa sadarkaa 1ffaa Abdii… Wabi Fufa Mar 12, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2013 (FBC) – Preezdaantii Mootummaan Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa magaalaa sandaafaa bakkeetti ijaarsa mana barnoota Addaa (special…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Taayyeen Ityoophiyaan hawaasa addunyaa waliin tumsaan hojjechuuf qophii ta’uu beeksisan Sifen Megersa Mar 12, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2013 (FBC) – Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti ergamaan addaa Ityoophiyaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasilaaseen Ityoophiyaan hawaasa idil addunyaa waliin…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Duraa ta’aa Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii waliin mari’atan Obse Wakgari Mar 11, 2021 0 Finfinnee,Bitootessa 2, 2013 (FBC) – Itti Aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokkonnin Dura ta’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii Mahaammat…
Oduu biyya keessaa Aadde Keeriyaa Ibraahiim mirga wabiin akka bahan murtaa’e Sifen Megersa Mar 11, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2013 (FBC) – Af Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii duraanii aadde Keeriyaa Ibraahiim mirga wabiin mana hidhaatii akka ba'an murtaa'uu ibsame. Manni murtii…
Oduu biyya keessaa Odeeffannoon mootummaan Ityoophiyaa mormitoota Sudaan deeggara jedhu bu’uura kan hin qabneedha… Sifen Megersa Mar 10, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2013 (FBC) – Sudaanitti Ambaasaaddara guutuun Ityoophiyaa Yibalxaal Ayimiroon odeeffannoon mootummaan Ityoophiyaa mormitoota Sudaan deeggara jedhu bu'uura kan hin…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Baankiin addunyaa waliigaltee deeggarsaa Doolaara miiliyoona 137.35 mallatteessan Sifen Megersa Mar 10, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 1, 2013 (FBC) – Ityoophiyaa fi Baankiin addunyaa waliigaltee deeggarsaa Doolaara miiliyoona 137.35 guyyaa har’aa mallatteessaniiru. Waliigaltichi gama…