Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy ergaa baga geessanii Ayyaana Iid Al Faxirii dabarsan Sifen Megersa May 12, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 4, 2013 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ayyaana Iid Al Faxirii waggaa 1442ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii hawaasa Musiliimaa fi…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan ergaa baga geessanii Ayyaana Iid Al Faxirii dabarsan Sifen Megersa May 12, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 4, 2013 (FBC) –Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin ergaa baga geessanii Ayyaana Iid Al Faxirii waggaa 1442ffaa…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Ugaandaa galan Sifen Megersa May 12, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 4, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen sirna waadaa galuu Preezdaantii Ugaandaa Yooweerii Kaaguutaa Museeveeniirratti hirmaachuuf Ugaandaa galaniiru.…
Oduu biyya keessaa Duudhaa fi safuu akka ummataatti qabnu wantota gaaffii keessa galchan qolachuufi hawaasa bal’aa… Sifen Megersa May 12, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 4, 2013 (FBC) – Af yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Loomii Badhoon Ayyaana Iid Al-faxiir 1442ffaa sababeeffachuun hordoftootaa amantaa Islaamaaf ergaa baga…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Iid Al Afxiraa waggaa 1442ffaan Kamisa kan kabajamu ta’uu ibsame Sifen Megersa May 11, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC) – Ayyaanni Iid Al Afxiraa waggaa 1442ffaan Kamisa dhufu kan kabajamu ta’uu Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa Ityoohiyaa ibseera. Manni Marichaa ibsa…
Teeknooloojii Ityoo Teeleekoom sirna kaffaltii Bilbilaa ‘Teelee Birrii’ ifatti eegalchiise Sifen Megersa May 11, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC) – Ityoo Teeleekoom sagantaa sirna kaffaltii Bilbilaa ‘Teelee Birrii’ eegalchiisuu Addabaabayii Michummaatti gaggeeffame. Saganticharratti Muummee…
Oduu biyya keessaa Ramadaanni mallattoo tokkummaa jabaadha – Obbo Shimallis Abdiisaa Sifen Megersa May 11, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC) – Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan ergaa baga geessanii ayyaana Iid Al faxirii bara 2013 dabarsaniiru. Obbo…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Preezdaant Fiiliiks Sisheekediin baga nagaan gara Ityoophiyaa dhuftan jedhan Obse Wakgari May 11, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC)- Muummeen Mnistiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Preezdaant Fiiliiks Sisheekediin baga nagaan gara Ityoophiyaa dhuftan jedhaniiru. Dooktar Abiy Ahimad Ffuula…
Oduu biyya keessaa Naannoo Tigraayitti nageenya ummataa fi bulchiinsa gaarii mirkaneessuuf waamichi dhiyaate Sifen Megersa May 11, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC) – Hojii Raawwachiisaa olaanaan Bulchiinsa Yeroo naannoo Tigraay Dooktar Abrahaam Balaay naannichatti nageenya ummataa fi bulchiinsa gaarii…
Oduu biyya keessaa Yakka naannoo Tigraay magaalaa Aksumitti raawwatame ilaalchisee ibsi laatame Sifen Megersa May 10, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2013 (FBC) – Abbaan Alangaa Waliigala Federaalaa Yakka naannoo Tigraay magaalaa Aksumitti raawwatame ilaalchisee qorannoo gaggeessaa ture irratti ibsa…