Manni Maricha ABUT fi Shaneen shorkeessummaan akka moggaafamaniif yaada murtoo dhiyaate raggaasise
Finfinnee, Eebila 28, 2013 (FBC) –Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa Adda Bilisa Uummata Tigraay (ABUT) fi Shaneen shorkeessummaan akka moggaafamaniif yaada murtoo dhiyaate sagalee guutuun…