Oduu biyya keessaa Sagantaan fooyya’iinsa Ekisteenshinii Fayyaa ifoome Sifen Megersa Mar 4, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) –Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Sagantaa fooyya’iinsa Ekisteenshinii Fayyaa…
Oduu biyya keessaa Aanaa Ansaarrootti dhaabbata Simmintoo baasii Birrii biiliyoona 2.2n ijaarsisuuf dhagaan bu’uuraa… Wabi Fufa Mar 4, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) – Naannoo Amaaraa Godina Shawaa Kaabaa aanaa Ansaarrootti dhaabbata Simmintoo fi kanneen biroo baasii Birrii biiliyoona 2.2n ijaarsisuuf dhagaan…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy, daayreektara olaanaa sagantaa nyaataa addunyaa Deeviid Biislii galateeffatan Sifen Megersa Mar 4, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad daayreektarri olaanaan sagantaa nyaataa addunyaa Deeviid Biisliin fedhii deeggarsa namoomaa…
Oduu biyya keessaa Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad seenatara Jiimii Inhoof waliin haala waqtaawaa naannoo… Wabi Fufa Mar 4, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad seenatara Jiimii Inhoof waliin haala waqtaawaa naannoo Tigiraayi jirurraatti mari’ataniiru. Muummeen…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Federaalaa birrii biiliyoona 1.8 baasuun naannoo Tigraayitti deeggarsa namoomaa… Sifen Megersa Mar 3, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 24, 2013 (FBC) – Mootummaan Federaalaa Birrii biiliyoona 1.8 baasii taasiisuun naannoo Tigraayitti deeggarsa namoomaa dhiyyeessuu Waajjirri Muummee Ministiraa…
Oduu biyya keessaa Hojiin naannoo Tigraay deebisaanii ijaaruu koree labsii yeroo ariifachiisan hojjetamu cimee itti… Sifen Megersa Mar 3, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 24, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad bakka argamanitti hojiileen naannoo Tigraay deebisanii ijaaruu hojjetamanii fi tarkaanfii gara…
Oduu biyya keessaa Boordiin Filannoo Biyyaalessaa fi Paartileen Siyaasaa waltajjii marii gaggeessan Sifen Megersa Mar 3, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 24, 2013 (FBC) - Boordiin Filannoo Biyyaalessaa fi Paartileen Siyaasaa waltajjii marii 4ffaa gaggeessuu ibsameera. Waltajjii kanarratti bakka…
Oduu biyya keessaa Yakka daddabarsa namootaa seeraan alaa daangaa ce’aa hir’isuuf hojjetamuu qaba – Obbo Dammaqaa… Sifen Megersa Mar 3, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 24, 2013 (FBC) - Yakka daddabarsa namootaa seeraan alaa daangaa ce’aa hir’isuuf hojiileen hawaasa hirmaachise hojjetamuu akka qabu itti aanaan Muummee Ministiraa fi…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ministira Dhimma Alaa Ameerikaa waliin bilbilaan mari’atan Sifen Megersa Mar 3, 2021 0 Finfinnee , Gurraandhala 24, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaa Antoonii Jee Bliinkaan waliin bilbilaan…
Oduu biyya keessaa Adwaarratti walqixa waliin kufnee kaanee ummata gurraachaaf mallattoo injifannoo taane –… Sifen Megersa Mar 2, 2021 0 Finfinnee, Gurraadhala 23, 2013 (FBC) - Sirni cufiinsa waltajjii marii ‘Boqonnaa Abdii Haaraa’ guyyoota sadiif itti fufiinsaan taasiifamaa ture addabaabay Michummaatti…