Oduu biyya keessaa Furmaanni rakkoo hundaa nageenya qofa – Abunee Maatiiyaas Sifen Megersa May 26, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 18, 2013 (FBC) –Bu’urrii fi furmaanni rakkoo hundaa nageenya qofa ta’uu Paatiriyaarikiin Mana Amantaa Kiristiyaanaa Ortodoksii Qulqulluu Abunee Maatiiyaas…
Oduu biyya keessaa Adeemsi biyya badhaate ijaaruuf taasiifamu mataansaa qorumsaan kan guutamedha – Dooktar Abiy Sifen Megersa May 25, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad guyyaa Afrikaa ilaalchisuun ergaa dabarsaniiru. Dooktar Abiy adeemsi biyya badhaate ijaaruuf godhamu…
Oduu biyya keessaa Dhorkiin Viizaa Ameerikaa hariiroo biyyoota lamaanii giddugaleessa kan hin taasifneedha-Ministeera… Obse Wakgari May 25, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2013 (FBC)- Ameerikaan Dhorkiin Viizaa hoggantoota Ityoophiyaarra keessee hariiroo baroota dheeraa biyyoota lamaanii giddugaleessa kan hin taasifnee fi naannichaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ergamaa Addaa Dhimma Ittisa Beelaa fi Namoomaa Ingilaand waliin mari’atan Obse Wakgari May 25, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2013 (FBC)- Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ergamaa Addaa Dhimma Ittisa Beelaa fi Namoomaa Ingilaand Niik…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Eejensii Sadarkaalee Ityoophiyaa daawwatan Obse Wakgari May 24, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 16, 2013 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Eejensii Sadarkaalee Ityoophiyaadaawwataniiru. Dooktar Abiy Eejensii Sadarkaalee Ityoophiyaatiin qonnaa…
Oduu biyya keessaa Hundeeffamni Komishinii Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa Federaalaa waggaa 20ffaan kabajamaa jira Obse Wakgari May 24, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 16, 2013 (FBC)- Hundeeffamni Komishinii Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa Federaalaa waggaa 20ffaan kabajamaa jira. Sirna kabajaa kanarrattis Preezdaantii FDRI…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Shimallis Abdiisaan ijaarsa Baankii Siinqeef dhagaa bu’uuraa ka’aan Obse Wakgari May 24, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 16, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan ijaarsa Baankii Siinqeef dhagaa bu'uuraa kaa'uun hojii jalqabsiisaniitu.…
Oduu biyya keessaa Waggoota sadan darbanitti fedhii bu’uura lammiilee bishaan,jallisi fi inarjiirratti… Obse Wakgari May 24, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 16, 2013 (FBC)- Waggoota sadan darbanitti fedhii bu’uura lammiilee Ityoophiyaa guutuuf Ministeerrii Bishaan,jallisi fi inarjii hojii isaa irratti xiyyeeffannoo guddaa…
Oduu biyya keessaa Akka abboota keenyaa yoo wal tumsinee hin tuqamnu-Dooktar Abiy Ahimad Obse Wakgari May 23, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2013 (FBC)- Akka abboota keenyaa yoo wal tumsinee homtuu ni xuquu hin danda’uu jechuun Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimid ibsaniiru. Dooktar Abiy Ahimad,…
Oduu biyya keessaa Sirni galii walitti qabuu misoomaa aanaa Ammayyaa gaggeeffame Obse Wakgari May 23, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2013 (FBC)- Sirni galii walitti qabuu misoomaa aanaa Ammayyaa gaggeeffameera. Sirnicharratti Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa, Abbaa…