Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Filiippoo Giraand waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 1, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Komishinara olaanaan dhimmoota Godaantootaa Filiippoo Giraand…
Oduu biyya keessaa Dooktara Kabajaa Artiisti Alii Birraaf Amajjii 30 beekkamtiin ni laatama Obse Wakgari Feb 1, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2013 (FBC)- Dooktara Kabajaa Artiisti Alii Birraaf Amajjii 30 beekkamtiin akka laatamuu Biiroon Aadaa fi Turizimii Oromiyaa beeksise. Sirni beekamtii laachuu…
Oduu biyya keessaa Kuduraalee fi muduraleen bara darbee dhaabaman waggaa dhufuu gabaa addunyaaf ni qaqqabu – Dooktar… Obse Wakgari Jan 31, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2013 (FBC)- Kuduraalee fi muduraaleen bara darbee dhaabaman waggaa dhufuutti gabaa addunyaaf akka qaqqabaan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsitiiwwan barattoota isaanii eebbisiisan Obse Wakgari Jan 31, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2013 (FBC)- Yuunvarsitiiwwan adda addaa barattootasaanii eebisiisaniiru. Yuunvarsiitiin Arsii barattoota muummee garagaraatiin digrii jalqabaa fi…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Aanaa Aqaaqiitti daawwannaa taasiisan Sifen Megersa Jan 30, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2013 (FBC ) – Muumeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad godina addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinnee Aanaa Aqaaqiitti daawwannaa taasiisaniiru. Jilli…
Oduu biyya keessaa Magaalichaatti manneen jireenyaa waliinii seeraan ala qabamanii turan gadi lakkisiisuun… Sifen Megersa Jan 30, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2013 (FBC ) – Magaalaa Finfinneetti manneen jireenyaa waliinii kuma 21 fi 695 seeraan ala qabamanii turan gadi lakkisiisuun fayyadamtootaaf akka darban Kaabineen…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan haala waqtaawaa Ityoophiyaa ilaalchisee miseensoota Kongireesii fi qaamolee… Sifen Megersa Jan 30, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2013 (FBC ) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaan Makonniin haala waqtaawaa Ityoophiyaa ilaalchisee miseensota…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan qaamolee dhuunfaa fi Dhaabileewwanii ol – Dooktar Abiy Sifen Megersa Jan 30, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2013 (FBC ) – Ityoophiyaan qaamolee dhuunfaa fi Dhaabileewwanii ol biyya guddoodha jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Yaadni,…
Oduu biyya keessaa Ummanni nageenyaa fi tasgabbii naannoosaa mirkaneeffachuu cinaatti, hojiiwwan misoomaa humna guutuun… Sifen Megersa Jan 29, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC) – Ummanni nageenyaa fi tasgabbii naannoosaa mirkaneeffachuu cinaatti, hojiiwwan misoomaa humna guutuun raawwachuu akka danda'u agarsiisuu preezdaantii…
Oduu biyya keessaa Raayyaan ittisa biyyaa Ityoophiyaa akka fakkatuu fi teknooloojiin kan deggaramee akka ta’uuf… Obse Wakgari Jan 29, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC)- Raayyaan ittisa biyyaa Ityoophiyaa akka fakkatuu fi teknooloojiin kan deggarame akka ta’uuf hojiiwwan garagaraa hojjetama jiraachuu Eetaamaajoorri…