Oduu biyya keessaa Korichi walga’ii idileessaa gaggeesse Sifen Megersa Mar 15, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 6, 2013 (FBC) - Koreen Ministirootaa Duubdeebii Hundagaleessaa Wiirtuu Qindeessaa Yeroo Ariifachiisaa Biyyaalessaa Walga’ii Idileessaa Gaggeesseera.…
Oduu biyya keessaa Meejar Jeneraal Mahaammad hoggantoota olaanoo humna waraanaa Ityoophiyaa nageenya kabachiisuuf… Obse Wakgari Mar 14, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2013 (FBC)- Daayreektarri olaanaan Indooktiriineeshinii raayyaa ittisa biyyaa Meejar Jeneraal Mahaammad Tasammaan hoggantoota olaanoo humna waraanaa Ityoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Sagantaa Ashaaraa Magariisaa marsaa 3ffaa ganna dhufuu gaggeeffamuuf qophiin biqiltuu taasifamaa… Obse Wakgari Mar 14, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2013 (FBC)- Sagantaa Ashaaraa Magariisaa marsaa 3ffaa ganna dhufuu gaggeeffamuuf qophiin biqiltuu taasifamaa jiraachuu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Godina Arsii Lixaatti oomisha qamadii jallisiin misoome… Wabi Fufa Mar 13, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Godina Arsii Lixaa Aanaa Eebaan Arsii Ganda Shoobaa Bultumitti oomisha qamadii jallisiin misoome…
Oduu biyya keessaa Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Paarkii Qindaa’aa Agiroo indaastirii Yirgaalem ebbisuun… Wabi Fufa Mar 13, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Paarkii Qindaa’aa Agiroo indaastirii Yirgaalem ebbisuun hojii eegalsiisaniiru. Eebba kana irratti…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti talaallii Covid – 19 kennuun eegalame Sifen Megersa Mar 13, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2013 (FBC) – Talaaalliin COVID-19 Koovaaksi jedhamu Magaalaa Finfinnee fi Bahaar Daaritti kennuun eegalameera. Magaalaa Finfinneetti talaallii jalqabaa hogganaan…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad magaalaa Hawaasaa galan Obse Wakgari Mar 12, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2013 (FBC)- Muummee Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad magaalaa Hawaasaa galaniiru. Dooktar Abiy wayita Hawaasaa ga'aan hoggantoonnii fi jiraattoonni…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan gita isaanii Fiinlaand waliin mari’atan Obse Wakgari Mar 12, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2013 (FBC)- Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Fiinlaand Peekaa…
Oduu biyya keessaa Humna aduurraa anniisaa meegaa waattii 500 maddisiisuuf waliigalteen mallattaa’e Obse Wakgari Mar 12, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2013 (FBC)-Ityoophiyaatti humna aduurraa anniisaa meegaa waattii 500 maddisiisuuf waliigalteen mallattaa’eera. Waliigaltichi Muummeen Ministiraa…
Oduu biyya keessaa Miidhaa kanaan dura gama siyaasaa, diinagdee fi hawaasummaan qonnaan bultootarra ga’aa ture… Sifen Megersa Mar 12, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2013 (FBC) –Godina Addaa Oromiyaa naannawwaa Finfinneetti qonnaan bultoota adda duree, dubartoota fi dargaggoota waldaa mana jireenyaan gurma’anii sagantaan…