Oduu biyya keessaa Kitaabni ‘Daandii Ida’amuu’ gabaarra oole Obse Wakgari Mar 6, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 27, 2013 (FBC) –Kitaabni Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad barreeffamee ‘Daandii Ida’amuu’ har’arraa eegalee gabaarra oolu ibsameera. Kitaabichi…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Dirree Dawaa barattoota kuma 2 fi 93 eebbisiise Obse Wakgari Mar 6, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 27, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiin Dirree Dawaa barattoota muummee garagaraatin barsiisaa ture kuma 2 fi 93 eebbisiiseera. Sirna eebbichaarratti Hogganaan Damee…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Nageenyaa dargaggoota tola ooltootaa biyyaalessaa kuma 10 leenjisaa ture eebbisiise Sifen Megersa Mar 6, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 27, 2013 (FBC) - Ministeerri Nageenyaa dargaggoota tola ooltootaa biyyaalessaa kuma 10 Marsaa duraan leenjisaa ture eebbisiisee. Sirna eebbaa paarkii michummaatti…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach sosochii qulqullina magaalaa baatii 2f turu eegalchiisan Sifen Megersa Mar 6, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 27, 2013 (FBC) - Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee sosochii qulqullina magaalaa baatii 2f turu eegalchiisaniiru. 'Naannoo koo…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa artiist Xilahuun Gassasee faarsaa fi hawwaa ture ijaaruuf qaamni hundi ga’ee irraa… Sifen Megersa Mar 4, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) - Ityoophiyaa artiist Xilahuun Gassasee faarsaa,yaadaa fi hawwaa ture ijaaruuf qaamni hundi damee hojii qabuun ga'ee irraa eegamu ba'uu akka qabu…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad qaamolee konsartii yaadannoo Artiist Xilaahuun Gassasaaf qopheessan… Obse Wakgari Mar 4, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad qaamolee konsartii yaadannoo Artiist Xilaahuun Gassasaaf qopheessan galateeffataniiru. Dooktar…
Oduu biyya keessaa Hora Harsadiitti giddugalli aadaa Oromoo ijaarramaa jira Obse Wakgari Mar 4, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) –Magaalaa Bishooftuutti kan argamu Hora Harsadiitti giddugalli aadaa Oromoo ijaarramaa jira jedhame. Giddugalichi baasii Birrii miiliyoona 100…
Oduu biyya keessaa Sagantaan fooyya’iinsa Ekisteenshinii Fayyaa ifoome Sifen Megersa Mar 4, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) –Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Sagantaa fooyya’iinsa Ekisteenshinii Fayyaa…
Oduu biyya keessaa Aanaa Ansaarrootti dhaabbata Simmintoo baasii Birrii biiliyoona 2.2n ijaarsisuuf dhagaan bu’uuraa… Wabi Fufa Mar 4, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) – Naannoo Amaaraa Godina Shawaa Kaabaa aanaa Ansaarrootti dhaabbata Simmintoo fi kanneen biroo baasii Birrii biiliyoona 2.2n ijaarsisuuf dhagaan…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy, daayreektara olaanaa sagantaa nyaataa addunyaa Deeviid Biislii galateeffatan Sifen Megersa Mar 4, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 25, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad daayreektarri olaanaan sagantaa nyaataa addunyaa Deeviid Biisliin fedhii deeggarsa namoomaa…