Oduu biyya keessaa Labsiin hoggansa sodaa balaa ragga’e Ayana Dheressa Jun 5, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2017 (FMC) – Labsiin Hoggansa Sodaa Balaa Itiyoophiyaa meeshaa filatamaa ilaacha gargaaramtummaa irraa ce’uun olaantummaa biyyaa guutuu mirkaneessuuf gargaaruudha…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Pireezidaantii Islooveeniyaa waliin mari’atan Tsehay Guluma Jun 5, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2017 (FMC )- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Rippaablika Islooveeniyaa Naataash Piirik waliin mari’ataniiru. Dooktar Abiy Ahimad gama…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministirootaa murtoowwan garaagaraa dabarse Ayana Dheressa Jun 5, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2017(FMC)- Manni Maree Ministirootaa Walgahii idilee 47ffaa har'a gaggeesseen murtoowwan garaagaraa dabarse. Jalqabarra manni marichaa kan mari’ate Wixinee labsii…
Oduu biyya keessaa Dhiibbaa hunda cichoominaan ce’uun biyya jabduu ijaaraa jirra – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Jun 4, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2017 (FMC) – Seenessa waloo hunda hammatuu fi hojiilee faayidaa biyyaalessaa mirkaneessan hojjechuun barbaachisaadha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi mandara jireenyaa qonnaan bultootaa wayita xumuramu haala jireenya qonnaan bulaa ni… Ayana Dheressa Jun 3, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2017(FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ijaarsi mandara jireenyaa qonnaan bultootaa wayita xumuramu haala jireenya qonnaan bulaa kan jijjiiruufi…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Godina Hadiyyaatti ijaarsa misooma Koriidarii mandara moodeela baadiyyaa eegalchiisan Yonatan Birhanu Jun 3, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 26, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa Godina Hadiyyaatti ijaarsa misooma Koriidarii mandara moodeela baadiyyaa…
Oduu biyya keessaa Daldaltoota biyyaaf humna ta’an baay’inaan horachuuf hojjetamaa jira- BDO Tsehay Guluma Jun 2, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2017 (FMC)- Daldaltoota ciccimoo biyyaaf humna ta'an baay'inaan horachuuf hojjetamaa jira jedhe Biiroon Daldalaa Oromiyaa. Waltajjiin marii daldaltoota waliin…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Godina Kambaataa Aanaa Naannawaa Adiloo Ganda Hamiidootti Misooma Koriidarii Baadiyyaa… Ayana Dheressa Jun 2, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2017 (FMC )- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Naannoo Giddugalessa Itiyoophiyaa Godina Kambaataa Aanaa Naannawaa Adiloo Ganda Hamiidootti Misooma Koriidarii…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad godina Halaabaa Aanaa Weeraa Diijootti ijaarsa mandarooota moodela baadiyyaa… Ayana Dheressa Jun 2, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2017(FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa godina Halaabaa Aanaa Weeraa Diijootti ijaarsa mandaroota moodela baadiyyaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan nageenya Sudaan mirkaneessuuf tattaaffii taasiftu cimsitee itti fufti Sifen Megersa Jun 2, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan nageenya Sudaan mirkaneessuuf tattaaffii taasiftu cimsitee itti fufti jedhan Daayrektarri Jeneraalaa Tajaajila Odeeffannoo fi Nageenya…