Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Paaris galan Tsehay Guluma May 22, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 14, 2017 (FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Daawwannaa hojiif Faransaay Paaris galaniiru. Godaambaa Humna…
Oduu biyya keessaa Koreen filtuu hoggantoota Boordii Filannoo gabaasa isaa Dooktar Abiy Ahimadiif dhiyeesse Ayana Dheressa May 21, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2017(FMC) – Koreen filtuu hoggantoota Boordii Filannoo guyyaa har’aa gabaasa isaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif dhiyeessuu Waajjirri Ministira Muummee…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministirootaa Dhimmoota garaagaraarratti murtoo dabarse Ayana Dheressa May 21, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 13, 2017(FMC) – Manni Maree Ministirootaa walga’ii idilee 45ffaa har’a taa’een dhimmoota garaagaraarratti murtoo dabarse. Jalqabarratti manni marichaa wixinee labsii…
Oduu biyya keessaa Warshaaleen simmintoo haaraan hojiitti galuun damee ijaarsaaf haala mijataa uumeera-Pireezidaanti… Ayana Dheressa May 20, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 12, 2017(FMC) – Warshaaleen simmintoo haaraan gara hojiitti galuun damee ijaarsaaf haala mijataa uumuu Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen ibsan.…
Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee Itti Aanaan Tamasgeen Xirunaan Yaa’ii Biraaziil – Afrikaarratti hirmaachaa jiru Sifen Megersa May 20, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 12, 2017 (FMC) – Jilli Itiyoophiyaa Ministira Muummee Itti Aanaa FDRI Tamasgeen Xirunaan durfamu Yaa’ii Biraaziil – Afrikaa 2ffaarratti hirmaachaa jira. Pireezidaantii…
Oduu biyya keessaa Eenyummeessaan Diijitaalaa bu’uura misoomaa daran murteessadha – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa May 20, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 12, 2017 (FMC ) – Ammaan booda Eenyummeessaan Diijitaalaa filannoo osoo hin taane tajaajilaan, hawaasummaan, dhaabbilee fi mootummaa namoota waliin qunnamsiisuuf bu’uura…
Idil Addunyaa Pireezidaanti Puutiin Raashiyaan waliigaltee dhukaasa dhaabuufi marii nageenyaaf qophii ta’uu ibsan Tsehay Guluma May 19, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2017 (FMC ) – Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Puutiin Pireezidaantii Ameerikaa Doonaaldi Tiraampi waliin marii Istaanbuuliin booda bilbilaan mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Rakkoolee biyya keessa furmaata biyya keessaan furuuf sochiin eegalame cimee itti fufa -Obbo Adam… Tsehay Guluma May 19, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2017 (FMC )- Rakkoolee biyya keessa furmaata man-dhaleen furuuf sochiin eegalame cimee kan itti fufuu ta’u Sadarkaa itti aanaa Ministira Muummeetti Itti Gaafatamaan…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Hubannoo namtolchee, bu’uuraalee misooma Diijitaalaa fi dagaagina ogummaan hojii… Tsehay Guluma May 17, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2017(FMC) – Itiyoophiyaan Hubannoo namtolchee, bu'uuraalee misooma Diijitaalaa fi dagaagina ogummaan hojii fakkeenyummaa qabu hojjechuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar…
Oduu biyya keessaa Fooyya’iinsi diinagdee gooroo yeroo gabaabaa keessatti bu’aa abdachiisaa galmeesseera- Pireezidaanti… Ayana Dheressa May 15, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2017(FMC) – Fooyya’iinsi diinagdee gooroo hojiirra oole yeroo gabaabaa keessatti bu’aa abdachiisaa galmeessuu Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen ibsan.…