Oduu biyya keessaa Leenjiin hoggantoota olaanoo dhaabbilee federaalaa eegale Ayana Dheressa Aug 20, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 14, 2017(FMC)- Leenjiin hoggantoota olaanoo dhaabbilee federaalaa guyyaa har’aa Finfinneetti kennamuu eegaleera. Leenjichi mata duree “ Gara Biyya Fakkeenyummaa…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi Daandii Saffisaa Mi’eessoo- Dirre Dhawaa hariiroo daldala naannawichaaf faayidaa olaanaa… Tsehay Guluma Aug 19, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2017 (FMC)- Ijaarsi Piroojektii Daandii Saffisaa Mi’eessoo - Dirre Dhawaa walitti Hidhamiinsa daldalaa naannawichaa fi Hariiroo Ummataa fi Umamataaf…
Oduu biyya keessaa Obbo Tamasgeen Xurunaan Daandii Saffiisaa Mi’eessoo -Dirre Dhawaa eegalchiisan Tsehay Guluma Aug 19, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee Itti Aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan Pirojeektii Daandii Saffiisaa Mi’eessoo- Dirre Dhawaa eegalchiisaniiru. Sagantaa…
Oduu biyya keessaa Yaa’iwwan Finfinneetti gaggeeffaman Dippiloomaasii Magariisaaf fayyadamuun barbaachiisaadha Tsehay Guluma Aug 19, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2017 (FMC)- Yaa’iwwan idil Addunyaa fi Ardii Magaalaa Finfinneetti gaggeeffaman dippiloomaasii Magariisaaf fayyadamuun barbaachiisadha jedhan Hayyoonni Hariiroo Idil…
Oduu biyya keessaa Badhaadhina gama maraa Itiyoophiyaa mirkaneessuuf kutannoo cimaan hojjechuun barbaachisaadha- Obbo… Tsehay Guluma Aug 18, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2017(FMC)- Sadarkaa Ministira Muummee Itti aanaatti Hogganaan Giddugala Qindeessa Ijaarsa Sirna Diimookiraasiifi Pireezidaantii Itti aanaan Paartii Badhaadhinaa obbo…
Oduu biyya keessaa Badhaadhina gama maraa Itiyoophiyaa mirkaneessuuf kutannoo cimaan hojjechuun barbaachisaadha- Obbo… Ayana Dheressa Aug 18, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2017(FMC)- Sadarkaa Ministira Muummee Itti aanaatti Hogganaan Giddugala Qindeessa Ijaarsa Sirna Diimookiraasiifi Pireezidaantii Itti aanaan Paartii Badhaadhinaa obbo…
Oduu biyya keessaa Mootummaan dhiibbaa jireenyaa lammiilee miindeeffamtoota dhaabbii Salphisuuf ejjennoo qaba- Obbo… Tsehay Guluma Aug 18, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2017 (FMC) – Mootummaan dhiibbaa jireenyaa lammiilee miindeeffamtoota dhaabbii salphisuuf ejjennoo qabachuun hojjechaa jira jedhan Ministitrri Ministeera Maallaqaa…
Oduu biyya keessaa Artiist Dabbabaa Isheetuun boqochuu hordofee Dooktar Abiy Ahimad gaddi itti dhagahamuu ibsan Sifen Megersa Aug 17, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 11, 2017(FMC) - Artiistii buleessi Dabbabaa Isheetuun du'aan boqochuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad gaddi itti dhagahamuu ibsan. Seenaa aartii Itiyoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Ejjennoo Itiyoophiyaa magariituu ijaaruuf qabnuuf Walaayittaa Sooddoon ragaadha- Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa Aug 16, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2017(FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ejjennoo Itiyoophiyaa magariituu ijaaruuf qabnuuf Walaayittaa Sooddoon ragaadha jedhan. Ministirri Muummee…
Oduu biyya keessaa Magaalaan Arbaaminci uumama isheen miidhagduudha- Dooktar Abiy Ahimd Ayana Dheressa Aug 16, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 10, 2017( FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimd Magaalaan Arbaaminci uumama isheen miidhagduudha jedhan. Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimd ergaa miidiyaa…