Oduu biyya keessaa Obbo Gadduun, Muusaa Faakii waliin mari’atan Obse Wakgari Dec 20, 2019 0 Finfinnee, Muddee 10, 2012 (FBC) - Ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw dura taa'aa Koomiishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii waliin mari'atan. Qophii yaa'ii…
Biiznasii Ityoophiyaa fi Chaayinaan sirna guumruukaa ammayyeessuuf waliigalan Obse Wakgari Dec 20, 2019 0 Finfinnee, Muddee 10, 2012 (FBC) - Ityoophiyaa fi Chaayinaan sirna guumruukaa ammayyeessuuf waliigalan. Ministirri Ministeera Galiiwwanii FDRI aadde Adaanach Abeeben, hoggansa ministira…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Shifarraaw ministira Dhimma Alaa Sudaan waliin mari’atan Obse Wakgari Dec 20, 2019 0 Finfinnee, Muddee 10, 2012 (FBC) - Sudaanitti Ambaasaaddar Shifarraaw Jaarsoon ministira Ministeera Dhimma Alaa Sudaan Asmaa Mahaammad Abdallaa waliin mari'atan. Turmaata isaanitiin…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan saatalaayitiishee jalqabaa gara hawaatti ergite Obse Wakgari Dec 20, 2019 0 Finfinnee, Muddee 10, 2012 (FBC) - Ityoophiyaan saatalaayitiishee jalqabaa gara hawaatti ergite. Saatalaayitittiin buufata furgugsaa saatalaayitii Chaayinaatii har'a ganama gara hawaatti…
Oduu biyya keessaa Kurmaana jalqabaatti invastimantii kallattii alaarraa Doolaarri miiliyoonni dhibbi 7 ol argameera Obse Wakgari Dec 19, 2019 0 Finfinnee, Muddee 9, 2012 (FBC) – Kurmaana jalqabaa bara kanaatti invastimantii kallattii alaarraa Doolaarri miiliyoonni dhibbi 7 ol argameera. Koomiishiniin Invastimantii Ityoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Muummee ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad jila Fandii Misoomaa Saawdii Arabiyaa waliin… Obse Wakgari Dec 19, 2019 0 Finfinnee, Muddee 9, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad jila Fandii Misoomaa Saawdii Arabiyaa waliin mari'atan. Dooktar Abiy jila fandichaa Dooktar Kaaliid S…
Oduu biyya keessaa Jilli aadaa Ityoophiyaa Eertiraa Karanitti qophiisaa dhiyeesse Obse Wakgari Dec 19, 2019 0 Finfinnee, Muddee 9, 2012 (FBC) –Jilli aadaa Ityoophiyaa Eertiraa Karanitti qophiisaa dhiyeesse. Karan magaalaa Asmaraarraa kiilo meetira 91 fagaattet argamti. Jilichi magaalicha…
Oduu biyya keessaa Barbaachisummaa riifoormii ADWUI fi hundeeffama Paartii Badhaadhinaarratti mari’atame Obse Wakgari Dec 18, 2019 0 Finfinnee, Muddee 8, 2012 (FBC) – Waltajjiin marii barbaachisummaa riifoormii ADWUI fi hundeeffama Paartii Badhaadhinaarratti xiyyeeffachuun magaalaa Adaamaatti gaggeeffamaa ture xumurame.…
Oduu biyya keessaa Itti aanaan muummee ministiraa FDRI obbo Dammaqaa Makoonnan, ministira Dhimma Alaa Swiizarlaand… Obse Wakgari Dec 18, 2019 0 Finfinnee, Muddee 8, 2012 (FBC) – Itti aanaan muummee ministiraa FDRI obbo Dammaqaa Makoonnan, ministira Dhimma Alaa Swiizarlaand waliin mari'atan. Itti aanaan muummee ministiraa FDRI…
Oduu biyya keessaa Madrakii fi Sochiin Biyyoolessaa Amaaraa filannoo bara 2012f qophaa’aa jiraachuu beeksisan. Obse Wakgari Dec 18, 2019 0 Finfinnee, Muddee 8, 2012 (FBC) – Madrakii fi Sochiin Biyyoolessaa Amaaraa filannoo bara 2012f qophaa'aa jiraachuu beeksisan. Qindoominni paartilee afurii Madrak (Koongirasii…