Oduu biyya keessaa Haqa waloo cimsuuf Mana Murtii Aadaa waliin ni hojjetama Tsehay Guluma Jun 27, 2025 0 Finfinneen Waxabajjii 20, 2017(FMC) - Gumiin Balal Marsaa 43ffaan mata duree “Haqa Waloof Mana Murtii Aadaa” jedhuun gaggeeffamaa jira. Waltajjicharratti Pireezidaantii Mana Murtii…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Pireezidaantii Itti Aanaa Rippaablika Federaalaawaa Naayijeeriyaa waliin… Sifen Megersa Jun 26, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Itti Aanaa Rippaablika Federaalaawaa Naayijeeriyaa Kaashiim Sheentiimaa waliin…
Oduu biyya keessaa Hojiileen Itiyoophiyaa gara badhaadhinaatti ceesisan hojjetamaniiru-Dooktar Biqilaa Hurrisaa Tsehay Guluma Jun 25, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 18, 2017 (FMC)- Waggoottan jijjiiramaa darban hojiilee boonsaan Itiyoophiyaa gara badhaadhinaatti ceesisan hojjetamaniiru jedhan Paartii Badhaadhinaatti Itti…
Oduu biyya keessaa Miidiyaalee dhugaa bu’uureffachuun hanqina jiru mul’isuuf hojjetan deggeruuf qophii dha Yonatan Birhanu Jun 25, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 17 2017(FMC) - Ministirri Muummeen FDRI Dooktar Abiy Ahimad mootummaan miidiyaalee dhugaa bu’uureffachuun hanqina jiru mul’isuuf hojjetan deggeruuf yeroo kamuu…
Oduu biyya keessaa Miidiyaaleen guddina biyyaa mirkaneessuu fi mul’ata biyyaa dhugoomsuuf haqaan hojjechuu qabu –… Yonatan Birhanu Jun 25, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 17, 2017 (FMC) – Miidiyaaleen faayidaa biyyaalessaa giddugaleessa godhachuun galma guddinaa Itiyoophiyaan qabatte dhugoomsuuf ga’ee isaanii ba’uu qabu jedhan Ministirri…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad ogeeyyii miidiyaa dhaabbilee ummataa fi dhuunfarraa walitti babba’an waliin… Sifen Megersa Jun 23, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2017 (FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ogeeyyii miidiyaa dhaabbilee ummataa fi dhuunfarraa walitti babba’an waliin mari’atan. Dhimmoota addaa fi…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen Yaa’ii Daldalaa Afrikaa- Ameerikaa irratti hirmaachaa jiru Ayana Dheressa Jun 23, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2017 (FMC)- Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Yaa’ii Daldalaa Afrikaa- Ameerikaa irratti hirmaachaa jiru. Yaa’ichi bakka hoggantoonni biyyoota…
Fayyaa Ogeeyyiin yaala fayyaa lubbuu baraaruuf, nuti ammoo Itiyyoophiyaa baraaruuf hojjenna – Dooktar… Sifen Megersa Jun 22, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2017 (FMC) – Ogeeyyiin yaala fayyaa lubbuu baraaruuf, nuti ammoo Itiyyoophiyaa baraaruuf hojjetaa jirra waan ta'eef tokkummaan dhaabbachuu qabna jedhan Ministirri…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyeen Angoolaa galan Sifen Megersa Jun 22, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen yaa'ii Biiznasii Afrikaa fi Ameerikaa irratti hirmaachuu magaalaa guddoo Angoolaa Luwaandaa galan.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Ogeeyyii Fayyaa waliin mari’atan Yonatan Birhanu Jun 21, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2017 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ogeeyyii Fayyaa waliin mari'atan. Dooktar Abiy Ahimad, marii tibbana kutaalee hawaasaa garagaraa waliin…