Galmoota qabsoo Oromoo keessaa ijoon ummata dinagdeen aangoome ijaaruudha – Pir.Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2018 (FMC) – Galmoota qabsoo Oromoo keessaa ijoon ummata dinagdeen aangoome, omishaan ofdanda'eefi badhaadhina irraa qooda argatu ijaaruudha jedhan Pireezidaantiin…