Jilli Hoggantoota olaanoo Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan durfamu godina Baalee Bahaatti hojiilee…
Finfinnee, Mudde 1, 2017 (FMC) –Jilli Hoggantoota olaanoo Mootummaa federaalaa fi Naannoo Pireezidaantii naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Baalee Bahaa Aanaa Daawwee…