Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyeen ergaa baga gammaddanii dabarsan Sifen Megersa Feb 2, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2017 (FMC) - Dooktar Abiy Ahimadii Pireezidaantii, Obbo Tamasgeen Xirunaa fi Obbo Adam Faaraahiin Pireezidaantoota tti Aanaa paartii Badhaadhinaa ta'uun filatamuu…
Oduu biyya keessaa Imala guddina Itiyoophiyaa ni milkeessina – Obbo Tamasgeen Xirunaa Sifen Megersa Feb 2, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2017 (FMC) - Imala guddina Itiyoophiyaa ni milkeessina jedhan Pireezidaantii Itti Aanaan Paartii Badhaadhinaa Obbo Tamasgeen Xirunaan. Paartiin Badhaadhinaa yaada…
Oduu biyya keessaa Har’a teeknooloojiin deeggaramnee filannoo Paartii Badhaadhinaa gaggeessineerra –… Sifen Megersa Feb 2, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2017 (FMC) - Har'a teeknooloojiin deeggaramnee filannoo Paartii Badhaadhinaa gaggeessineerra jedhan Ministirri Muummee FDRI fi Pireezidaantiin Paartii Badhaadhinaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa ta’uun filataman Sifen Megersa Feb 2, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2017 (FMC) -Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa ta'uun filatamaniiru. Yaa'ii Idilee 2ffaan Paartii Badhaadhinaa oolmaasaa guyyaa 3ffaan Dooktar…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa yaa’ii har’aan ajandaalee garaagaraarratti mari’achuun murtoowwan… Debela Tadesse Feb 1, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2017 (FMC)- Paartiin Badhaadhinaa yaa’ii idilee har’a gaggeessaa ooleen ajandaalee garaagaraarratti mari’achuun murtoowwan dabarsuu Itti Gaafatamaan Damee Quunnamtii…
Oduu biyya keessaa Dandeettii qophaa’ummaa loltummaa olaanaa humni qilleensaa ijaareef gaheen ogeessaa olaanaadha-L/J… Debela Tadesse Feb 1, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2017 (FMC)-Dandeettii qophaa’ummaa loltummaa olaanaa humni qilleensaa ijaareef gaheen ogeessaa olaanaa ta’uu Ajajaa Olaanaan Humna Qilleensaa Leetenaal Jeneraal Yilmaa…
Oduu biyya keessaa Paartiin Koministii Chaayinaa Yaa’ii 2ffaa Paartii Badhaadhinaaf ergaa hawwii gaarii fi deeggarsaa… Debela Tadesse Feb 1, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2017 (FMC)- Paartiin Koministii Chaayinaa Yaa’ii 2ffaa Paartii Badhaadhinaa ilaalchisuun ergaa hawwii gaarii fi deeggarsaa dabarseera. Xalayaan Koree Giddugaleessaa…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa yaa’ii idilee 2ffaa oolmaa isaa har’aan ajandaalee garaagaraarratti… Tsehay Guluma Feb 1, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2017 (FMC)- Paartiin Badhaadhinaa yaa’ii idilee 2ffaa oolmaa isaa guyyaa 2ffaan ajandaalee garaagaraarratti mari’achaa jiraachuun ibsameera. Yaa’ii idilee 2ffaa…
Oduu biyya keessaa Nageenyi, misoomni fi tokkummaan ajandaa ijoo Paartii Badhaadhinaati-Dooktar Abiy Ahimad Debela Tadesse Jan 31, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2017 (FMC)– Nageenyi, misoomnii fi tokkummaan ajandaa ijoo Paartii Badhaadhinaa ta'uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan. Dooktar Abiy Ahimad Yaa'ii…
Oduu biyya keessaa Boqonnaa 2ffaan Badhaadhinaa Bara dagaaginaati-Dooktar Abiy Ahimad Debela Tadesse Jan 31, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2017 (FMC)– Boqonnaa 2ffaan Badhaadhinaa Bara dagaaginaati ta'uu Pireezidaantiin paartii badhaahdinaa fi Ministirri muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad akeekan.…