Fana: At a Speed of Life!

Yuunivarsiitiin Finfinnee Badhaasa barnoota olaanaa Afrikaa jijjiiramaaf jedhamu inijafate

Finfinnee, Adoolessa 14, 2018 (FMC) – Yuunivarsiitiin Finfinnee, badhaasa marsaa jalqabaa barnoota olaanaa Afrikaa jijjiiramaaf jedhamu kan Dhaabbata Faawundeeshinii Maasterkaardii irraa kennamu injifateera.

Yuunivarsiitiichi jijjiirama dhaabbatummaa geggeessuu fi dargaggootaaf carraawwan babal’isuun yuunivarsiitota Afrikaa shanan beekamtiin kennameef keessaa tokko ta’eera.

Badhaasichi deeggarsa Doolaara miiliyoona 3 kan of keessaa qabu yoo ta’u, hojii yuunivarsiitichi qorannoo, kalaqa, misooma humna namaa fi dhiibbaa hawaasummaa irratti hojjetu caalaatti cimsuuf kan gargaarudha.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.