Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Birrii biiliyoona 1 ol buufachuu beeksise
Finfinnee, Adoolessa 21, 2012 (FBC) – Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa yeroo jalqabaatif Birrii biiliyoona 1 ol buufachuu beeksise.
Baankichi bu'aan taaksiin dura argate kan bara…