Sudaan ajjeechaa sanbataan booda loltoota dabalataa Daarfuuriitti ergufi
Finfinnee, Adoolessa 20, 2012 (FBC) - Sudaan Sanbata darbee halleelaa taasifameen lubbuun namoota 60 erga darbe booda, loltoota dabalataa Daarfuriitti akka erguuf jirtu beeksiifte.
…