Oduu biyya keessaa Caffeen yaa’ii idileesaa gaggeessuu eegale Wabi Fufa Jul 25, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 18, 2012 (FBC) – Caffeen yaa'ii idileesaa gaggeessuu eegale. Caffeen Oromiyaa har'a Adoolessa 18,2012 eegalee yaa'ii idileesaa 12ffaa, waggaa 5ffaa, bara hojii 5ffaa…
Oduu biyya keessaa Dabalatan namoota 760 irratti vaayrsiin koroonaa yoo argamu lubbuun namoota 3 darbeera Wabi Fufa Jul 25, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 18, 2012 (FBC) – Dabalatan namoota 760 irratti vaayrsiin koroonaa yoo argamu lubbuun namoota 3 darbeera. Gabaasa qorannaa sa'aa 24 kaleessa darbeetin, samuudaa namoota…
Idil Addunyaa Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii saffisaan dabalaa jira Sifen Megersa Jul 24, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 17, 2012 (FBC) – Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii saffisaan dabalaa jiraachuu himame. Akka lakkoofsa Faranjootaa Muddee 29,…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti aduu tokkootti biqiltuun miiliyoonni dhibba 3 fi miiliyoonni 4 dhaabbachuufi Sifen Megersa Jul 24, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 17, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti Adoolessa 22, 2012 guyyaa tokkootti biqiltuu miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 4 dhaabuuf qophiin taasifamuu himameera.…
Oduu biyya keessaa Qonna gannaan lafti hektaarri miiliyoonni 7.75 sanyiin uwwifame Sifen Megersa Jul 24, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 17, 2012 (FBC) – Qonna gannaan lafti hektaarri miiliyoonni 7.75 sanyiin uwwifamuu Ministeerri Qonnaa beeksise. Bara oomishaa 2012/13 qonna Arfaasaa fi…
Oduu biyya keessaa Ibsa raawwii hojii Caffee Oromiyaa Sifen Megersa Jul 24, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 17, 2012 (FBC) – Af yaa’iin Caffee Oromiyaa aadde Loomii Badhoo raawwii hojii gurguddoo Caffeen hojjechaa ture ilaalchisee miidiyaaleef ibsa laatan. Aadde…
Idil Addunyaa Sudaanitti awwaalchi jumalaa aanga’oota waraanaa argame Sifen Megersa Jul 24, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 17, 2012 (FBC) - Sudaan awwaalchi jumalaa aanga’oota waraanaa argamuu beeksiifte. Awwaalchi Jumalaa kun kan aanga’oonni waraanaa biyyattii bara Faranjootaa…
Oduu biyya keessaa Hanga xumura Baatii Waxabajjiitti oomishni kuntaalli miiliyoonni 1.5 walitti qabame Sifen Megersa Jul 24, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 17, 2012 (FBC) - Hanga xumura Baatii Waxabajjiitti oomisha kuntaala miiliyoona 1.5 walitti qabuu Ejansiin Hojii Gamtaa Federaalaa beeksise. Sababa weerara…
Oduu biyya keessaa Waliigalteen deeggarsa birrii miiliyoona dhibba 4 fi miiliyoona 90 mallattaa’e Sifen Megersa Jul 24, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 17, 2012 (FBC) - Ityoophiyaa fi Jaappaan waliigaltee deeggarsa Birrii miiliyoona dhibba 4 fi miiliyoona 90 mallatteessan. Waliigaltichi Ministira…
Idil Addunyaa Preezdaantiin Taanzaaniyaa duraanii Beenjaamiin Mikaappaan boqotan Sifen Megersa Jul 24, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 17, 2012 (FBC) – Preezdaantiin Taanzaaniyaa duraanii Beenjaamiin Mikaappaan addunyaa kanarraa du’aan boqotan. Mikaappaan umrii waggaa 81ffaa isaaniitti…