Jiraattoonni Kutaa magaalaa Lammii Kuraa Raayyaa Ittisaa fi lammiilee buqqa’aniif deeggarsa…
Finfinnee, Sadaasa 3, 2014 (FBC) - Jiraattoonni magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Lammii Kuraa Raayyaa Ittisaa fi lammiilee buqqa'aniif deeggarsa birrii miiliyoona 35tti tilmaamamu…