Oduu biyya keessaa Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa Asxaa isaa jijjiire Obse Wakgari Nov 11, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC)- Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa Asxaa isaa har’arraa kaasee jijjiiruu beeksiseera. Asxaan Ministeerichaa duraanii har’arra eegalee Asxaa haaraan…
Oduu biyya keessaa Yeroo ammaa Ityoophiyaa ishee guddoo ijaaruuf hojjechaa jirra – MM Abiy Ahimad Sifen Megersa Nov 11, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC) – Haala hin taaneen iccitii biyyaa akka diinni argatu taasiisuun sirrii miti jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad. Lolli yeroo ammaa qabnu lola…
Fayyaa Biirichi guyyoota 10 keessaatti lammiilee miiliyoona 2.6’f talaallii covid-19 laachuuf qophii ta’u… Obse Wakgari Nov 11, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC)- Biiroon Eegumsa Fayyaa Oromiyaa guyyoota 10 keessaatti lammiilee miiliyoona 2.6’f talaallii vaayrasii koroonaa laachuuf qophii ta’u ibseera. Kanaafis…
Oduu biyya keessaa Miidiyaaleen idil addunyaa duula sobaa gaggeessaaniin kan yaadan hin milkoofnee-Ministeera Dhimma… Obse Wakgari Nov 11, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC)- Miidiyaaleen idil addunyaa duula sobaa gaggeessaaniin kan yaadan hin milkoofnee jechuun Dubbi Himaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Diinaa Muftiin…
Oduu biyya keessaa Mariin Addis Wag Waajjira Muummee Ministiraatti gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Nov 11, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC) - Mariin Addis Wag ‘Waamicha birmadummaa biyyaa fi hirmaannaa biyya baraaruu’ mata duree jedhuun Waajjira Muummee Ministiraatti gaggeeffamaa jira jedhame.…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Diyaaspooraa duula olaantummaa seeraa kabachiisuuf aarsaa kaffaluuf qophii ta’uu… Obse Wakgari Nov 11, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC)- Manni Maree Diyaaspooraa duula olaantummaa seeraa kabachiisuf aarsaa kaffaluuf qophii ta’uu beeksiseera. Dhibbaa alaa fi keessaa Ityoophiyaarra ga’aa…
Oduu biyya keessaa Namoonni ergama garee shororkeessitootaa raawwachuun shakkaman to’ataman Sifen Megersa Nov 11, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC) - Hojiirra oolmaa labsii yeroo ariifachiisan shakkamtoonni ergama garee shororkeessitootaa raawwachuuf socha’aa turan to’atamuu Poolisiin beeksiise.…
Oduu biyya keessaa Qaamoleen tokko tokko sagalee keenya nurraa butuuf yaala jiru-MM Abiy Ahimad Obse Wakgari Nov 11, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC)-Qaamoleen tokko tokkoo sagalee keenya nurraa butuuf yaalaniis, kabajaa fi tokkummaa keenyaa Ityoophiyaamuummaarratti hundaa’ee yomiiyyuu xuquu hin…
Oduu biyya keessaa Ajejni labsii yeroo Ariifachiisaa haala raawwii hanga ammaatti jiru gamaaggamuun ibsa baaseera Sifen Megersa Nov 11, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC) –Ajejni labsii yeroo Ariifachiisaa haala raawwii labsichaa hanga ammaatti jiru gamaaggamuun ibsa laateera. Ajejichi waamicha biyyaalessaa dhiyaate…
Oduu biyya keessaa Naannichatti shakkamtoonni garee shorokeessaa ABUT fi Shanee waliin hidhata qabaachuun shakkaman … Ayana Dheressa Nov 10, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 1, 2014 (FBC) – Naannoo Harariitti shakkamtoonni garee shorokeessaa ABUT fi Shanee waliin hidhata qabaachuun shakkamanii fi qajeelfama labsii yeroo ariifachiisaarra darban…