Bulchiinsi magaalaa Finfinnee raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa barbaachisaa nan taasisaa jedhe
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2014 (FBC) –Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Raayyaa ittisa biyyaa birmaddummaa biyyaaf aarsaa kaffalaa jiruuf deeggarsa barbaachisaa akka taasisuu ta’uu Kantiibaan…