Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 46 olitti tilmaamaman to’annaa jala oolan
Finfinnee, Onkololeessa 13, 2014 (FBC)- Torbee darbee Meeshaaleen kontiroobaandii galii fi baasii Birrii miiliyoona 46 olitti tilmaamaman to’annaa jala ooluu Komishinii Gumurukaa ibseera.…