Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad EBCtti daawwannaa tasaa gaggeessan Sifen Megersa Oct 22, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad EBCtti daawwannaa tasaa gaggeessaniiru. EBCn adeemsa ijaarsa biyyaa keessatti qooda isaa akka…
Ispoortii Sagantaan dorgommii dubartootaa umrii waggaa 20 gadii Seekaafaa ifoome Sifen Megersa Oct 22, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Sagantaan dorgommii Tapha Kubbaa Miilaa dubartootaa umrii waggaa 20 gadii Biyyoota Bahaa fi Giddugala Afrikaa qopheessummaa Ugaandaan…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Hawaasaa miseensa waldaa Yuunvarsiitiwwan idil addunyaa ta’e Sifen Megersa Oct 22, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Hawaasaa miseensa waldaa Yuunvarsiitiwwan idil addunyaa ta’uuf ragaan dhiyeesse fudhatama argachuu yuunvarsiitichi…
Biiznasii Diinagdee Maakroo Tasgabbaa’aa uumuun rakkoo hojii dhabdummaa hiikuuf ni hojjetama jedhame Sifen Megersa Oct 22, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti Diinagdee Maakroo tasgabbaa’aa uumuun rakkoo hojii dhabdummaa fi qaala’iinsa jireenyaa hiikuuf kan hojjetamu ta’uu…
Oduu biyya keessaa Aadde Daagmaawiit Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Jaappaan waliin mari’atan Sifen Megersa Oct 22, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojastiksii Aadde Daagmaawiit Mogas Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Jaappaan Ittoo Taakaakoo waliin…
Oduu biyya keessaa Giddugalli leenjii ABUT biroon fuulleffannaa haleellaa humna qilleensa ta’uu ibsame Sifen Megersa Oct 22, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Giddugalli leenjii garee shororkeessaa ABUT biroon har’a fuulleffannaa haleellaa humna qilleensa ta’uu ibsame. Iddichi giddugala…
Oduu biyya keessaa Hawaasni lootee seentoota garee shororkeessaa ABUT saaxiluun naannoo isaa dammaqinaan eeggachuu… Sifen Megersa Oct 22, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Gareen Shororkeessaa ABUT magaalaa Daseetti badii hedduu raawwachuuf karoorfatee socho’aa jiraachuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksiise.…
Oduu biyya keessaa Duulli Talaallii Pooliyoo Godinaalee Oromiyaa garaagaraatti eegale Sifen Megersa Oct 22, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Duulli Talaallii Pooliyoo marsaan jalqabaa Godinaalee Oromiyaa garaagaraatti eegaluu ibsame. Godina Iluu Abbaa Booritti marsaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Yiliqaal Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Giitaa Paasii waliin mari’atan Sifen Megersa Oct 22, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) –Preezdaantiin naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal Kaffalaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Giitaa Paasii waliin magaalaa…
Fayyaa Duulli Talaallii Pooliyoo Biyyaalessaa iddoolee garaagaraatti eegalame Sifen Megersa Oct 22, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Duulli Talaallii Pooliyoo Biyyaalessaa naannoo Hararii fi Magaalaa Dirree Dawaatti eegalame. Duulli har’aa eegaluun hanga…