Bulchiinsi magaalaa Finfinnee iddoo ijaarsa giddugala hawaasa Goofaatiif laachuu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2014(FBC) – Kantiibaa magalaa Finfinnee aadde Adaanch Abeebee har'a iddoo ijaarsa giddugala hawaasa Goofaatiif kan ooluu lafa kaaree meetira kuma 5 dabarsinee…