Aanaa Dugdaatti namoonni waldaan gurmaa’uun Paappayyaa lafa hektaara 10 irratti oomishaa jiran…
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2014 (FBC) – Godina Shawaa Bahaa Aanaa Dugdaatti namoonni waldaan gurmaa'uun Paappayyaa lafa hektaara 10 irratti oomishaa jiran torbanitti galii Birrii kuma 600…