Oduu biyya keessaa Jilli aadde Adaanachiin durfamu Afaar Samaraa gale Sifen Megersa Sep 15, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) – Jilli Itti aantuu Kaantibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen durfamu Afaar magaalaa Samaraa galeera. Jilichi wayita magaalaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Keeniyaan qajeelfama hojmaata tajaajila daandii saffisaa Mooyaalee mallatteessan Sifen Megersa Sep 15, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Keeniyaan qajeelfama hojmaata tajaajila giddugala daandii saffisaa Mooyaalee mallatteessaniiru. Waliigaticha Komishiniin…
Oduu biyya keessaa Muudamtoonni mootummaa haaraan hojii osoo hin eegalin dura qabeenya isaanii akka galmeessisiisan… Sifen Megersa Sep 15, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) – Muudamtoonni mootummaa haaraan hojii osoo hin eegalin dura qabeenya isaanii akka galmeessisiisan taasiifamuuf ta’uu Komishiniin Namuusaa fi…
Oduu biyya keessaa Afrikaanoonn faayidaa isaanii kabachiisuuf tokkummaan dhaabbachuu qabu – Preezdaant Maakii Saal Sifen Megersa Sep 15, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) – Afrikaanoonni faayidaa isaanii kabachiisuuf tokkummaan dhaabbachuu akka qaban Preezdaantiin Seeneegaal Maakii Saal ibsaniiru. Afrikaan…
Oduu biyya keessaa Meedirook Ityoophiyaan lammiilee buqqa’aniif Birrii miiliyoona 50 deeggarsa taasiise Sifen Megersa Sep 15, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) – Meedirook Ityoophiyaan lammiilee sababa weerara garee Shororkeessaa ABUTtiin qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’aniif Birrii miiliyoona 50 deeggarsa…
Oduu biyya keessaa Sibiiloonni seeraan ala kuufamee ture hedduun dabalataan to’atame Sifen Megersa Sep 15, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Kolfee Qaraaniyoo iddoo addaa Fiinaansi Kaampi jedhamutti Sibiiloonni seeraan ala kuufamee ture hedduun…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Birrii miiliyoona 385 ol lammiilee naannoo Amaaraa buqqa’aniif… Sifen Megersa Sep 15, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Birrii miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 50 mallaqqaan fi Birrii miiliyoona 35 fi kuma dhibba 1 fi kuma 34 ol ammoo…
Oduu biyya keessaa Hojiilee deeggarsa namoomaa naannoo Amaaraa fi Afaaritti taasiifamaa jiru ilaalchisee gamaaggamni… Sifen Megersa Sep 15, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) – Hojiilee dhiyeessii deeggarsa namoomaa naannoo Amaaraa fi Afaaritti taasiifamaa jiruu fi dhimmoota xiyyeeffannoo addaa barbaadanirratti hojjetamaa jiran…
Fayyaa Ameerikaan talaalli Covid -19 doozii kuma dhibba 3 ol Ityoophiyaaf deeggarsa taasiifte Sifen Megersa Sep 15, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) – Ameerikaan talaalli Covid -19 doozii kuma dhibba 3 fi kuma 2 fi 400 Ityoophiyaaf deeggarsa taasiisu beeksiifte. Talaalliin Ameerikaan deeggarsa…
Oduu biyya keessaa Jilli Dooktar Girmaa Amanteen durfamu aanaa Faantaallletti Proojektoota misoomaa garaagaraa… Sifen Megersa Sep 15, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) – Jilli Sadarkaa Itti aanaa Preezdaantiitti Qindeessaa Kilaastera Misooma Baadiyyaa Oromiyaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu, aanaa Faantaallletti…