Oduu biyya keessaa Jilli Aadde Adaanachiin durfamu magaalaa Bahaar Daar gale Sifen Megersa Sep 15, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) – Jilli Itti Aantuu Kaantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen durfamu Naannoo Amaaraa magaalaa Bahaar Daar galeera. Jilichi…
Ispoortii Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa eda galgala taphatameen Beersoolaanaa fi Maanchiisteer… Sifen Megersa Sep 15, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) –Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa eda galgala taphatameen Cheensii fi Juuveentus yoo injifatan, Beersoolaanaa fi Maanchiisteer Yuunaayitiid…
Oduu biyya keessaa Miidhamaa kamiifiyyuu haalduree tokko malee tajaajilli deeggarsa namoomaa dhiyaachuu qaba jedhame Sifen Megersa Sep 15, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) - Weerara gareen Shororkeessaa ABUT naannoo Amaaraa fi Afaaritti raawwate hordofee lammiileen miiliyoonni 4.5 miidhaaf saaxilamuu ibsame. Ministirri…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti barnoonni bara 2014 Onkololeessa 1 kan eegalu ta’uu ibsame Sifen Megersa Sep 14, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti barnoonni bara 2014 Onkololeessa 1 kan eegalu ta'uu Biiroon Barnootaa magaalichaa beeksiise. Manneen barnootaa hunda keessatti…
Oduu biyya keessaa ABUT Hospiitaala Shiidihoo Maaqeetitti qabeenya Birrii miiliyoona 35 tilmaamumu saamuun kaan ammoo… Obse Wakgari Sep 14, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC)- Gareen shororkeessaa ABUT Hospiitaala Shiidihoo Maaqeetitti qabeenyaa Birrii miiliyoona 35 tilmaamumu saamuun kaan ammoo barbadeessuun isaa ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Magaalichaatti dhaabbilee daldalaa shira diinagdeerratti hirmaataan irratti tarkaanfiin fudhatame Obse Wakgari Sep 14, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti hanga ammaatti dhaabbilee daldalaa shira diinagdeerratti hirmaataa turan kuma 1 fi 967 irratti tarkaanfiin fudhatamu Biiroon…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni magaalaa Kombolchaa humna nageenyaa adda waraanaa Walloo Kaabaatti bobba’aaniif galaa… Obse Wakgari Sep 14, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC)- Jiraattoonni magaalaa Kombolchaa humna nageenyaa adda waraanaa Walloo Kaabaatti bobba’aaniif galaa dhiyeessaniiru. Bakkichatti kan argamaan itti…
Oduu biyya keessaa Dooktar Girmaa Amantee godina Gujitti Baaqelaa Kilaastaraan misoome daawwatan Obse Wakgari Sep 14, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC)- Sadarkaa Itti aanaa Preezdaantiitti Qindeessaan Misooma Baadiyyaa Dooktar Girmaa Amantee godina Gujitti Baaqelaa Kilaastaraan misoome daawwataniiru.…
Oduu biyya keessaa Barrii haaraan gareen shororkeessaa ABUT kan haawwee gara Si’oolitti kan deebi’uu ni… Obse Wakgari Sep 14, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC)-Barrii haaraan gareen shororkeessaa ABUT biyya diiguuf kan ka’ee kan gara Jeeynaba/si'oolitti deebisuun birmadummaa Ityoophiyaa mirkaneessuuf cimnee kan…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonnii fi miseensonni poolisii Federaalaa Ityoophiyaa raayyaa ittisaaf dhiiga arjooman Obse Wakgari Sep 14, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2014 (FBC)- Hoggantoonnii fi miseensonni poolisii Federaalaa Ityoophiyaa raayyaa ittisa biyyaaf dhiiga arjoomaniiru. Hoggantoonnii fi miseensonni kunneen mata duree…