Oduu biyya keessaa Dureewwan Amantaalee garaagaraa ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Sep 10, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) – Dureewwan Amantaalee garaagaraa ergaa baga geessanii Ayyaana bara haaraa 2014 dabarsaniiru. Paatiriyaarikiin mana Amantaa Kiristiyaanaa…
Oduu biyya keessaa Loltoota leenjii bu’uuraa fudhachuun Raayyaa Ittisaatti makamaniif simannaan gootaa taasiifame Sifen Megersa Sep 10, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) – Loltoota leenjii bu’uuraa fudhachuun adda waraanaa Walloon Raayyaa Ittisaatti makamaniif simannaan gootaa taasiifameera. Diinoonni…
Oduu biyya keessaa Fulbaana 1,2014 Ayyaana bara haaraa sababeeffachuun Madfiin yeroo 21f ni dhuka’a – Ministeera… Sifen Megersa Sep 10, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) – Guyyaa boruu Fulbaana 1,2014 Ayyaana bara haaraa sababeeffachuun Madfiin yeroo 21f kan dhuka’u ta’uu Ministeerri Raayyaa Ittisaa beeksiise.…
Oduu biyya keessaa Ogeeyyiin aartii biyya keenyaa ogummaan dhaabuuf kaka’umsi agarsiisaan kan dinqisifatamuudha-MM Abiy Obse Wakgari Sep 10, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC)- Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ogeeyyiin aartii biyya keenyaa ogummaan dhaabuuf kaka’umsi agarsiisaan kan dinqisifatamuudha jedhaniiru. Muummichii…
Oduu biyya keessaa Godina Arsii Lixaatti Daa’imman MaatiinHarka Qalleeyyii kuma 32 oliif meeshaaleen barnootaa… Sifen Megersa Sep 10, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) –Godina Arsii Lixaatti Tajaajila Lammummaa Gannaatiin Daa'imman maatiinm harka qalleeyyii kuma 32 oliif Meeshaaleen Barnootaa Birrii miiliyoona 23 oliitti…
Oduu biyya keessaa Af Yaa’iin Caffee Oromiyaa aadde Loomii Badhoo bara haara sababbeeffachuu erga dabarsan Obse Wakgari Sep 10, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC)- Af Yaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Loomii Badhoo Ummata Oromoo maraan, saboota, sablammootaafi ummattoota Ityoophiyaa hundaan baga bara haaraa 2014 nagaan…
Oduu biyya keessaa Giiftii duree Zinnaash Taayyaachoon ayyaana bara haaraa sababeeffachuun harka qalleeyyii deeggaran Sifen Megersa Sep 10, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) – Giiftii duree Zinnaash Taayyaachoon Ayyaana bara haaraa 2014 sababeeffachuun Naannoo Hospitaala Alaartiitti argamuun namoota humna hin qabnee fi harka…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Buraayyuutti harka qalleeyyii 100 ol ta’aaniif deeggarsi taasifame Obse Wakgari Sep 10, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Buraayyuutti Waajjirri Dhimma Hojjetaa fi Hawwaasummaa ayyaana bara haaraa sababbeeffachuun namoota harka qalleeyyii tahan 100 oliif…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Jimmaatti namoota harka qalleeyyii kuma 1 oliif deeggarsi taasiifame Sifen Megersa Sep 10, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti Ayyaana bara haaraa sababeeffachun namoota harka qalleeyyii kuma 1 oliif deeggarsi taasifamuu ibsameera. Deegaarsicha…
Oduu biyya keessaa Lammiilee sababa weerara garee shororkeessaa ABUT buqqa’an itti fufiinsaan dhaabuu ni hojjetama… Sifen Megersa Sep 10, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) – Lammiilee sababa weerara garee shororkeessaa ABUT qa’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’an itti fufiinsaan dhaabuuf kan hojjetamu ta’uu Ministeera…