Oduu biyya keessaa Koreen hojii raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa adeemsa filannoo gamaggamme Obse Wakgari Jun 23, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2013 (FBC)- Koreen hojii raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa adeemsa filannoo gamaggammu isaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad …
Oduu biyya keessaa Filannoo boda fuulleffannaan keenya gara hojii diingadeetti- Jiraatoota magaalaa Asallaa Obse Wakgari Jun 23, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2013 (FBC) Jiraattonni magaalaa Asallaa filannoon booda dimookiraasii filannoo biyyaalessa Itoophiyaa dhugoomsuuf sochiin keenna gara hojii…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqa Makonni Sargee Laavroov waliin mari’atan Obse Wakgari Jun 23, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2013 (FBC)- Itti aanaan Ministira muummee fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqa Makonniin Ministira Dhimma Alaa Raashiyaa Sargee Laavroov waliin…
Oduu biyya keessaa Giddugaleessa Gondaritti ida’aamni bu’aawwan filannoo buufataalee 766 naannoo filannoo 9… Obse Wakgari Jun 23, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2013 (FBC)- Naannoo Amaaraa giddu galeessa Gondaritti naannoo filannoo 9 keessatti bu'aawwan filannoo yeroo buufataalee filannoo 766 kan kaadhimamtoota…
Oduu biyya keessaa Komishiniin Poolisii Federaalaa filannoo marsaa 6ffaa waliigala nagaan xumuramuu beeksise Obse Wakgari Jun 23, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2013 (FBC)- Kimishinarri Komishinii Poolisii Federaalaa Dammallaash G/Mikaa’eel filannoo biyyoolessaa marsaa 6ffaan gaggeeffame waliigalaan nagaan xumuramuu…
Oduu biyya keessaa Gamtaan Waldaa Siivilii Ityoophiyaa adeemsa sagalee laachuurratti haqinoota muudatan guutuuf… Obse Wakgari Jun 23, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2013 (FBC)- Gamtaan Waldaa Siivilii Ityoophiyaa Wiixata darbe filannoo biyyoolessaa marsaa 6ffaa gaggeeffameen adeemsa sagalee laachuurratti haqinoota muudatan…
Oduu biyya keessaa Filannoo Ityoophiyaan gaggeessite amanamummaa fi nagaa qabeessa kan qabu ture- Garee Filannoo… Obse Wakgari Jun 23, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2013 (FBC)- Ityoophiyaan filannoo isheen gaggeessite amanamummaa fi nagaa qabeessa kan qabu tureedha jechuun hogganaan Garee Filannoo fi preezdaantiin Naayijeeriyaa…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Nabiil itti aanaa preezdaantii Sudaan Kibbaa waliin mari’atan Obse Wakgari Jun 23, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2013 (FBC)- Sudaan kibbaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Nabiil Maahiidii itti aanaa preezdaantii Sudaan Kibbaa Dooktar Jeems Waanii Igaa waliin haala waqtaawaa…
Oduu biyya keessaa Dubartoota hoggansaaf gahoomsuun guddinaa fi misooma biyyaaf faayidaa olaanaa qaba-Preezdaant… Obse Wakgari Jun 23, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2013 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen dubartoota hoggansaaf gahoomsuun guddinaa fi misooma biyyaaf faayidaa olaanaa qaba jedhaniiru. Preezdaantittin…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa balallii gara Asmaraatti eegale Obse Wakgari Jun 23, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2013 (FBC)- Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa balallii gara Asmaraatti taasisuu adda kutee ture irra deebiin eegaluu beeksiseera. Feesbuukii keenyan dabalata…