Qaamoleen seera kabachiisan wayita filannoo mirga namoomaa akka kabajan waamichi dhiyaate
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2013 (FBC) – Qaamoleen Seera kabachiisan wayita filannoo mirga namoomaa kabajuun akka socho’an Komishiniin Mirga Namoomaa Ityoophiyaa waamicha…