Komishiniin sirna barnootaa idil addunyaa Preezdaant Saahilawarqiin durfamu marii gaggeesse
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) – Komishiniin sirna barnootaa idil addunyaa Preezdaantii FDRI Saahilawarq Zawdeen durfamu haala gara fuulduraarratti mari’achuu fi karoorsuuf marii…