Oduu biyya keessaa Proojektiin Qarqara Laga Aweetuu eebbifame Sifen Megersa Jun 16, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2013 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Proojektii Qarqar laga Aweetuu eebbisiisan. Dooktar Abiy proojektii proojektoota misoomaa biroos…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa wixinee labsii fi danbii dhiyaate qorachuun raggaasiise Sifen Megersa Jun 15, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu'oota Uummataa wixinee labsii fi danbii dhiyaatan qorachuun raggaasiiseera. Manni marichaa yaa'ii idilee 15ffaa waggaa 6ffaa…
Ispoortii Tapha Waancaa Awurooppaan Poorchuugaal Haangaarii injifaatte Sifen Megersa Jun 15, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) - Taphoota Waancaa Awurooppaa Haanagaarii fi Poorchuugaala gidduutti gaggeeffeen Poorchuugaala goolii 3 fi 0n Haangaarii injifatteerti. Taphoonni…
Uncategorized Deeggarsa namoomaa naannoo Tigraay saffisiisuuf qaamolee nageenyaa waliin xiyyeeffannoon hojjatamaa… Sifen Megersa Jun 15, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) - Ajejaan Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Jeneraal Birihaanuu Juulaan hoggantoota Sagantaa nyaataa Addunyaa waliin waajjira isaaniitti mari'ataniiru. Gorsaa…
Oduu biyya keessaa Proojektiin qarqaraa laga Awweetuu boruu ni eebbifama Obse Wakgari Jun 15, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) – Magaalaa Jimmaa Proojektiin qarqaraa laga Awweetuu boruu ni eebbifama jedhameera. Proojektichi baasii Birrii miiliyoona dhibba 6'n hojjetamee…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Rattaa Alamuun Ambaasaaddara Raashiyaa waliin mari’atan Obse Wakgari Jun 15, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) – Israa’eelitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Rattaa Alamuu Ambaasaaddara Raashiyaa Anaatoolay Viikrooriiv waliin dhimmoota waqtaawaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaaqaan sagantaa Ashaaraa magaariisaarratti Ambaasaaddaroota Ityoophiyaa biyyoota ollaa… Obse Wakgari Jun 15, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) - Itti aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin leegaasii Ashaaraa Magariisaarratti Ambaasaaddaroota…
Oduu biyya keessaa Shugguxiin Turkii 123 dhoksaan daddabarfamaa ture to’annaa jala oole Obse Wakgari Jun 15, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC)-Godina Gondar aanaa Taachii Arimaachoohotti Shugguxiin Turkii 123 dalatee raasaasoonni konkolaataan fe’umsatin dhoksaan daddabarfamaa turan to’annaa jala…
Fayyaa Ministeera Fayyaaf deeggarsi qorichoota Birrii miiliyoona 1.7 baasuu taasifame Obse Wakgari Jun 15, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC)-Dhaabbanni deeggarsa idil addunyaa Ameerikaa Ministeera Fayyaaf deeggarsa qorichoota Birrii miiliyoona 1.7 baasuu taasiseera. Ministir Deettaan…
Fayyaa Gamtaan Afrikaa fi Baankiin Addunyaa talaallii Covid-19 miiliyoona dhibba 4 Afrikaanootaaf… Sifen Megersa Jun 15, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) – Gamtaan Afrikaa fi Baankiin Addunyaa talaallii Covid-19 miiliyoona dhibba 4 waloon Afrikaanootaaf dhiyeessuuf waliigalaniiru. Waliigaltichi…