Oduu biyya keessaa Irreechi Malkaa Baaroo boru kabajama Debela Tadesse Nov 4, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015(FBC)- Naannoo Gaambeellaatti Irreecha Malkaa Baaroo boru kabajamu sababeeffachuun magaalaa Gaambeellaatti mariin paanaalii gaggeeffame. Maricharratti…
Oduu biyya keessaa Meeshaaleen Teeknooloojii Qonnaa kumni 398 qaraxarraa bilisaan galan -Ministeera Qonnaa Sifen Megersa Nov 4, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 25, 2015 (FBC) - Meeshaaleen Teeknoolojii qonnaa kumni dhibbi 3 fi Kumni 98 qaraxaa fi Taaksiirraa bilisaan galuu Ministeerri Qonnaa beeksiseera. Tattaaffii wabii…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa lammiilee waraanaan miidhamaniif deeggarsi akka taasifamu waamicha dhiyeesse Debela Tadesse Nov 4, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 25, 2015(FBC)- Ityoophiyaanonni utuu wal hinqoqqoodin tokkummaadhaan lammiilee Ityoophiyaa waraanaan miidhaman, deebisanii dandamachiisuuf harka diriirsuufii qabna…
Biiznasii Dhaabbilee daldalaa eeyyama isaaniin ala hojjetan 19 irratti tarkaanfiin fudhatame Ayana Dheressa Nov 4, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 25, 2015 (FBC) – Dhaabbilee daldalaa eeyyama kennameefiin ala hojjetan 19 irratti tarkaanfiin fudhatamuu Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsi Naannawaa…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen Nageenya Odeeffannoo Ityoophiyaa fi Somaaliyaa Shororkeessummaa Ittisuuf tumsaan… Sifen Megersa Nov 4, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 25, 2015 (FBC) - Dhaabbileen Nageenya Odeeffannoo Ityoophiyaa fi Somaaliyaa Shororkeessummaa Ittisuuf tumsaan hojjechuuf walii galaniiru. Dhaabbileen kunneen…
Oduu biyya keessaa Nagaan argamuusaan uummanni kasaaru hin jiru- Dooktar Abrahaam Balaay Ayana Dheressa Nov 4, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 25, 2015 (FBC) – Nagaan argamuusaan uummanni kasaaru hin jiru jedhan Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Dooktar Abrahaam Balaay. Waggoottan lamaan…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan lammiilee Somaaliyaa haleellaan miidhamaniif deeggarsa meeshaalee yaalaa taasiifte Sifen Megersa Nov 4, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 25, 2015 (FBC) – Mootummaan Ityoophiyaa lammiilee Somaaliyaa haleellaa Shororkeesummaa miidhamaniif deeggarsa meeshaalee yaalaa fi Qorichaalee taasiiseera. Jilli…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Geetuu Gammachuun durfamu aanaa Cinaaqsanitti sassaabbii oomisha qamadii daawwate Sifen Megersa Nov 4, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 25, 2015 (FBC) – Jilli Itti aanaa Hoggaanaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamu aanaa Cinaaqsanitti sassaabbii oomisha Qamadii daawwateera. Jilli…
Biiznasii Baatiiwwan 3 darbanitti Buna, Shaayiifi mi’eessituurraa galii Doolaarri miiliyoonni 428 argamuu… Ayana Dheressa Nov 4, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 25, 2015 (FBC) – Baatiiwwan 3 darbanitti Buna, Shaayiifi mi’eessituurraa galii Doolaarri miiliyoonni dhibbi 4fi miiliyoonni 28 argamuu Abbaan Taayitaa Bunaafi…
Oduu biyya keessaa Adeemsa, bu’aa fi haala waliigaltee nageenyarratti mariin taasifame Sifen Megersa Nov 4, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 25, 2015 (FBC) – Adeemsa, bu’aa fi haala waliigaltee nageenyarratti bakka Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad argamaniitti mariin taasifameera. Waliigaltee…