Onkololeessi 24 Guyyaan Yaadannoo haleellaan Raayyaa Ittisaarratti raawwate sirnoota garaagaraan…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015 (FBC) – Guyyaan Yaadannoo Haleellaan Raayyaa Ittisaa Ajaja Kaabaarratti raawwatame Onkololeessi 24 waggaa 2ffaan sirnoota garaagaraan kabajamaa jira.…