Jilli Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu, Warshaalee Magaalaa Galan keessatti argaman daawwachaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2015(FBC)-Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu warshaalee Magaalaa Galan keessatti argaman daawwachaa jira.…