Mootummaan hojii egeree biyya ceesisuuf xiyyeeffannaa kenneera – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2015 (FBC) – Mootummaan dhalootaaf hojjechuun hojii biyya ceesisuurratti xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsaniiru.…