Oduu biyya keessaa Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa marsaa 2ffaan xumurame Sifen Megersa Oct 21, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2015 (FBC) – Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa marsaa 2ffaaf barattoota Saayinsii Uumamaaf kennamaa ture xumurameera. Qormaanni kun yeroo jalqabaaf…
Oduu biyya keessaa Obbo Awwal Arbaan Ministira Misoomaa Ingilz waliin mari’atan Ayana Dheressa Oct 21, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2015(FBC)- Pireezidaantiin naannoo Afaar Obbo Awwal Arbaan Ministira Ministeera Misoomaa Ingilz Viikii Foord waliin mari’atan. Mariisaaniin, haala namoomaa…
Oduu biyya keessaa Godina Baalee Bahaatti paampiiwwan 600 waldaaleef raabsame Debela Tadesse Oct 21, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2015 (FBC)– Waajjirri Misooma Jalliisii fi Horsiisee Bultootaa Godina Baalee Bahaa paampiiwwan mootoraa 600 waldaalee 600f raabseera. Itti Gaafatamaan…
Idil Addunyaa Iraan aanga’ootaa fi dhaabbilee Ingilizirraa qoqqoobbii keesse Sifen Megersa Oct 21, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2015 (FBC) – Iraan aanga’ootaa fi dhaabbilee Ingiliz Shororkeessitoota deeggaran jechuun qoqqoobbii irra keesseerti. Ministeerri Dhimma Alaa Iraan dhaabbilee…
Oduu biyya keessaa Hiriirri deeggarsaa Addabaabaayii Masqalaatti gaggeeffamu nagaan akka xumuramuuf qophiin xumuramuu… Ayana Dheressa Oct 21, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2015(FBC)- Hiriirri deeggarsaa guyyaa boruu Addabaabaayii Masqalaatti gaggeeffamu nagaan akka xumuramuuf qophii barbaachisaan xumuramuu Humni Waloo Nageenyaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan yaa’ii waliigalaa Dhaabbata Poolisii Idil Addunyaa 90ffarratti hirmaatte Debela Tadesse Oct 21, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2015 (FBC)– Ityoophiyaan yaa’ii waliigalaa Dhaabbta Poolisii Idil Addunyaa (Interpol) 90ffaa Hindi Magaalaa Niwdeelhiitti gaggeeffamerratti hirmaatteetti.…
Oduu biyya keessaa Balaawwaniin lammiilee Naannoo Kibbaa buqqa’aniif deeggarsi Birrii miiliyoona 320 taasifame Debela Tadesse Oct 21, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2015 (FBC)– Ministeerri Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa balaawwan uumamaa fi namtolcheen lammiilee Naannoo Kibbaarraa buqqa’an deebisanii dandamachiisuuf…
Ispoortii Astoon Viillaan Isteevan Jeraard gaggeesse Sifen Megersa Oct 21, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2015 (FBC) – Kilabni Kubbaa Miilaa Ingiliz Astoon Viillaan Leenjisaa isaa Isteevan Jeraard gaggeessuu beeksiise. Astoon Viilaan kaleessa tapha Fulhaam waliin…
Oduu biyya keessaa Sararri daddabarsa anniisaa Ityoo-Keeniyaa torban lama booda hojii ni eegala jedhame Ayana Dheressa Oct 21, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2015(FBC)- Sararri daddabarsa anniisaa eletirikaa Ityoo-Keeniyaa abbaan kiiloovooltii 500 torbanoota lamaan dhufanitti hojii kan eegalu ta’uu Humni Elektirikaa…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi pirojektii sarara elektirikii Ityoo-Jibuutii 2ffaan eegale Debela Tadesse Oct 21, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2015 (FBC)– Ijaarsi pirojektii sarara fi buufata raabsaa anniisaa elektirikii abbaa kiiloovooltii 230 Ityoo-jibuutii 2ffaan eegalame. Hoji Gaggeessaa Olaanaan…