Gabaasni Lammiileen Ityoophiyaa 25 Maalaawwii keessatti du’anii argaman jedhamuun tatamsaa’aa jiru…
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2015 (FBC) – Gabaasa Lammiileen Ityoophiyaa 25 Maalaawwii keessatti du’anii argaman jedhamuun tatamsaa’aa jiru qulqullaa'aa jiraachuu Ministeerri Dhimma Alaa…