Teeknooloojii Tajaajiloonni mootummaa 326 ‘Online’ laatamaa jiru Sifen Megersa Oct 20, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2015 (FBC) – Tajaajiloonni mootummaa 326 Onlaayiniin kennamaa jiraachuu Ministeerri Innooveeshinii fi Teeknooloojii beeksiseera. Ministeerri Dhimma Alaa fi…
Oduu biyya keessaa Muummeen Ministiraa Somaaliyaa daawwanaa Ityoophiyaa xumuruun gara biyya isaaniitti deebi’an Debela Tadesse Oct 20, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa Somaaliyaa Hamzaa Abdii daawwannaa Ityoophiyaa xumuruun gara biyya isaaniitti deebi’aniiru. Jilli Muummee Ministiraa…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa wixineewwan labsii 3 koree dhaabbiif qajeelche Sifen Megersa Oct 20, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2015 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa wixinee labsii Waraqaa Eenyummaa Diijitaalaa dabalatee wixineewwan labsii 3 koree dhaabbiif qajeelcheera.…
Oduu biyya keessaa Waraqaan qabiyyee lafaa hektaara kuma 424 horsiisee bultootaaf kenname Debela Tadesse Oct 20, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2015 (FBC)– Waraqaan qabiyyee lafaa hektaara kuma 424 horsiisee bultootaa Godina Baalee Bahaa Aanaa Raayituu fi Saawweenaaf kennamuu Biiroon Lafaa Oromiyaa ibse.…
Oduu biyya keessaa Magaalaan Finfinnee dorgommii idil addunyaa sirna balfa gogaa gaasiiwwan miidhaa qaqqabsiisaan… Sifen Megersa Oct 20, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2015 (FBC) – Magaalaan Finfinnee dorgommii idil addunyaa fooramii Kantibaalee C 40 gidduutti sirna balfa gogaa gaasiiwwan miidhaa qaqqabsiisaan dhabamsiisuu…
Idil Addunyaa Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii xiyyaarota nam-maleeyyii waraanaaf oolan garee qoratu nan erga… Debela Tadesse Oct 20, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2015 (FBC)–Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii waraana Yuukireeniif xiyyaarota nam-maleeyyii faayidaarra oolan garee qoratu nan erga jechuun fudhatama hinqabu…
Teeknooloojii Naayiroobiin Awutoobisii jalqabaa humna Elektiraan hojjetu ifoomsite Sifen Megersa Oct 20, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2015 (FBC) – Magaalaan guddittii Keeniyaa Naayiroobiin Awutoobisii jalqabaa humna Elektiraan hojjetu ifoomsiteerti. Magaalaa magariituu iftuu jedhamuun kan…
Oduu biyya keessaa “Diinagdee dam-daneessa ijaaruun madda saaxilamummaa keenyaa maqsuun itti gaafatama dhaloota… Sifen Megersa Oct 20, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2015 (FBC) – "Diinagdee dam-daneessa ijaaruun madda saaxilamummaa keenyaa maqsuun itti gaafatama dhaloota har'aati." Jedhan Pireezidaantiin Bulchiinsa Mootummaa…
Oduu biyya keessaa Marii nageenyaa Gamtaa Afrikaan gaggeffamuurratti mootummaan hirmaachuuf qophii ta’uun ibsame Debela Tadesse Oct 20, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2015 (FBC) – Mariin nageenyaa Gamtaa Afrikaan hogganamuurratti hirmaachuuf mootummaan qophii ta’uu Gorsaan Nageenyaa Biyyaalessaa Muummee Ministiraa Ambaasaaddar…
Fayyaa Yaa’iin waggaa damee fayyaa 24ffaan Hawaasaatti gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Oct 20, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2015 (FBC) – Yaa’iin waggaa damee fayyaa 24ffaa Ministeera Fayyaa Magaalaa Hawaasaatti gaggeeffamaa jira. Yaa’icharratti Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa…