Jilli Pireezidaanti Shimallisiin durfamu hojiilee Misoomaa Godina Shawaa Bahaa daawwate
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2015 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu hojiilee Misoomaa Godina Shawaa Bahaa aanaa Adaamii Tulluu daawwateera.…