Humna Elektirikaa biyyoota Ollaatti gurguramerraa Galiin Doolaarri miiliyoonni 13 ol argame
Finfinnee, Fulbaana 30, 2015 (FBC) – Baatiwwan lamaan darban Humna Elektirikaa Sudaanii fi Jiibuutiitti gurguramerraa Galiin Doolaarri miiliyoonni 13 ol argamuu Humni Elektirikaa Ityoophiyaa…