Afaaritti iddoolee balaa lolaaf saaxilamoo ta’anitti hojiin ittisaa dursee hojjetamuu qaba –…
Finfinnee, Fulbaana 25, 2015 (FBC) –Naannoo Afaaritti bakkeewwaan balaa lolaaf saxilamoo ta’an dursanii ittisuuf hatattammaa hojjatamuu akka qabu Pireezidaantiin nannichaa Obbo Awaal Aarbaan…