Pireezidaantiin Somaaliyaa daawwannaa xumuranii gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Fulbaana 20, 2015 (FBC)-Pireezidaanti Hasan Sheek Mahaammad daawwannaa isaanii xumuranii gara biyya isaaniitti deebi’aniiru.
Muummee Ministiraa Abiy Ahimadis buufata xiyyaaraa…