Oduu biyya keessaa ‘UNESCO’n Ityoophiyaa akka deeggaru beeksise Debela Tadesse Sep 20, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2015 (FBC) – Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Dhaabbanni Barnoota, Saaynsii fi Aadaa (UNESCO) ya’ii bulchiinsa marsariitii idil addunyaa ityoophiyaan qopheessitu…
Oduu biyya keessaa Waltajjichi hojii Ityoophiyaan qabeenya uumamaasheetti haalaan fayyadamuuf hojjechaa jirtu… Ayana Dheressa Sep 20, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2015(FBC)- Pireezidaantiin Waltajjii Federeeshinii Idil Addunyaa Ruuppaak Chaatoopaadiyaay hojii Ityoophiyaan qabeenya uumamaasheetti haalaan fayyadamuuf hojjechaa…
Oduu biyya keessaa Naannoon Kibbaa RIB’f deeggarsa Birrii miiliyoona 50 taasise Debela Tadesse Sep 20, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2015 (FBC) – Naannoon Kibbaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 50 taasiseera. Deeggarsichas kan fuudhan Ministira Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad…
Oduu biyya keessaa Yakkoota kaaba biyyattiitti raawwataman ilaalchisee adeemsi qorannoo gaggeeffamaa ture irra… Ayana Dheressa Sep 20, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2015(FBC)- Walitti bu’iinsa kaaba Ityoophiyaatti uumameen walqabatee yakkoota raawwataman ilaalchisee adeemsi qorannoo gaggeeffamaa ture irra jireessaan xumuramuu…
Idil Addunyaa Jijjiiramni qilleensaa fayyaa namaa fi biqilootaa miidhaa jira Debela Tadesse Sep 20, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2015 (FBC) – Jijjiiramni qabeenya qilleensaa fayyaa dhala namaafi biqiloota magaalootaarraatti miidhaa qaqqabsiisaa jirachuu qorannoon tokko ifoomse. Qorannichi…
Oduu biyya keessaa Ayyaana jijjiirama baraa Kafichoo Yuuniiskootti galmeessisuuf hojjetamaa jira jedhame Ayana Dheressa Sep 20, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2015(FBC)- Ayyaana jijjiirama baraa saba Kafichoo Yuuniiskootti galmeessisuuf hojjetamaa jiraachuu ibsame. Ayyaanni jijjiirama baraa saba kafichii magaalaa…
Oduu biyya keessaa Nageenya naannichaa itti fufsiisuuf hojiileen hojjetaman cimanii itti fufu-Obbo Ordiin Badirii Debela Tadesse Sep 20, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2015 (FBC) – Nageenyaa naannichatti mul’ataa jiru itti fufsiisuuf hojiileen hojjetamaa jiraan cimanii kan itti fufan ta’uu Pireezidaantiin Naannoo Hararii Obbo Ordiin…
Oduu biyya keessaa Balaa Tiraafikaa aanaa Lagaambootti qaqqabeen lubbuun namoota 5 darbe Ayana Dheressa Sep 20, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2015(FBC)- Balaa Tiraafikaa Godina Walloo Kibbaa aanaa Lagaambootti qaqqabeen lubbuun namoota 5 darbe. Balichi kan qaqqabe konkolaataan Siinoo Tiraak jedhamu…
Fayyaa Weerarri vaayrasii iboolaa hamaan Ugaandaatti ka’uu ibsame Ayana Dheressa Sep 20, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2015(FBC)- Weerarri vaayrasii iboolaa hamaan Ugaandaatti ka’uu Ministeerri Eegumsa Fayyaa biyyattii beeksise. Weerara vaayirasichaan kibxata darbe luvbbuun…
Biiznasii ‘Kaappitaal Yuunaayitid Giruuppi’ misoomaa fi barbaacha gaazii umamaarratti bobba’uuf fedhii… Debela Tadesse Sep 20, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2015 (FBC) – ‘Kaappitaal Yuunaayitid Giruuppi’ misoomaa fi barbaacha gaazii umamaarratti bobba’uuf fedhii qabaachuu ibse. Ministirri Ministeera Albuudaa Injiinar…