Oduu biyya keessaa Giddugalichi weerara ABUT kan balaaleffatu ta’uu ibse Ayana Dheressa Sep 2, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2014(FBC)- Giddugalli Dhimmoota Hawaasummaa Israa’el weerara gareen shororkeessaa ABUT irra deebiin eegale kan balaaleffatu ta’uu Hogganaan dhimmoota siyaasaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaafi Turki Carraa hojii uumuufi teekinooloojiirratti walta’iinsa cimaa qabu jedhame Ayana Dheressa Sep 2, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2014(FBC)- Walta’iinsi Ityoophiyaafi Turki gama Carraa hojii uumuufi ce’umsa teekinooloojiin qaban cimaa ta’uu ibsame. Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Korporeshinii…
Oduu biyya keessaa Tibba ayyaanaa daddabarsa maallaqa sobaa ittisuuf ofeeggannoon taasisamuu qaba jedhame Ayana Dheressa Sep 2, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2014(FBC)- Tibba ayyaanaa bittaafi gurgurtaan walqabatee daddabarsa maallaqaa sobaa uumamuu malu ittisuuf hawaasni of eeggannoo barbaachisaa taasisuu akka qabu…
Ispoortii Taphoonni Beetkiing Ityoophiyaa bara 2015 Fulbaana 20 ni eegala Sifen Megersa Sep 2, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2014 (FBC) – Taphoonni Beetkiing Piriimayeer Liigii Ityoophiyaa bara 2015 Fulbaana 20 ni eegala jedhame. Sagantaan taphoota Beetkiingii Ityoophiyaa kun…
Ispoortii Kilaboonni moggaasa sabaafi amantaan waamaman maqaa isaanii akka fooyyessan yaadachiifaman Ayana Dheressa Sep 2, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2014(FBC)- Kilaboonni Kubbaa miilaa moggaasa sabaafi amantaan waamaman maqaa isaanii akka fooyyessan Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa yaadachiise. Yeroon…
Oduu biyya keessaa Dr. Tewoodiroos gochaa naamusa dhaabbatichaan alaa raawwachuurraa akka of qusatan Ityoophiyaan… Debela Tadesse Sep 2, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2014 (FBC) – Daayrektarri Olaanaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Dooktar Tewoodiroos Adihaanoom qajeelfamaa naamusa hojjettoota dhaabbatichaa faallessu raawwachuu akka…
Oduu biyya keessaa Adda Waraanaa Walqaayititti ABUT irra kisaaraa cimaan ga’uu booji’amtoonni dubbatan Ayana Dheressa Sep 2, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2014(FBC)- Adda Waraanaa Walqaayititti garee shororkeessaa ABUT irra kisaaraan namoomaafi meeshaalee cimaan ga’uu booji’amtoonni dubbatan. Gareen shororkeessaa ABUT…
Ispoortii Piriimayeer Liigii Ingilaand torbee 6ffaan boru taphoonni 8 ni taphatamu Sifen Megersa Sep 2, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2014 (FBC) – Piriimayeer Liigii Ingilaand torbee 6ffaan boru taphoonni 8 waaree booda sa’aatii 8:30 irraa eegaluun ni taphatamu. Taphoota shanan hanga…
Oduu biyya keessaa PDT waraana ABUT yeroo 3ffaaf bane balaaleffate Sifen Megersa Sep 2, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2014 (FBC) – Paartiin Diimookiraatawaa Tigraay waraana ABUT yeroo 3ffaaf biyyarratti bane balaaleffateera. Gareen shororkeessaa ABUT garee farra…
Fayyaa Hospitaalli Amboo harka qalleeyyii kuma 1 oliif yaala tola eegale Debela Tadesse Sep 2, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2014 (FBC) – Hospitaalli Rifeeraalaa Yuunivarsiitii Amboo namoota harka qalleeyyii kuma 1 oliif deeggarsa wal’aansa fayyaa bilisaa kennuu eegale. Hospitaallichi…