Miidiyaaleen Amantaa duudhaaleen waloo akka cimuuf qoodni isaanii olaanaa ta’uu ibsame
Finfinnee, Hagayya 25, 2014 (FBC) – Miidiyaaleen Amantaa duudhaaleen waloo fi waliin jireenyi akka dagaaguuf ga’een isaanii olaanaa ta’uu Abbaan Taayitaa miidiyaalee Ityoophiyaa ibse.…